dr maalo naa deebisi😢
ani osoon hin fuudhin ilmmo argachuu barbaada karaa kamiin argachuu dandda,a maalo🥹🥹
2024-10-27 05:00:53
3
jeettii mucaa Afrikaa🇨🇦🐅 :
wly anuu waggaa 6 na rakkiftee wanni an itti hin bitin hin jiru sadaliyya dhaqe amma garuu dawa wahii fayyadama jira ji.a 1 gahee badaa jira amma
2024-10-26 16:17:18
2
masiilammeessa919 :
Dr. maaloo cinqati ykn dhiphina sammuun dhadhabe osoo homaa hin rakkatin cal jedhe na dhiphisa. halkaan hirriba maleen bula mee maali furmaanni akkaminan fayyu danda'a?🥺🥺
2024-10-27 04:57:31
0
emebet.dadi :
dr zayita akamiti bafna zafraniti zayitii dabalamo bishani bulibula maloo dr bayee rakadhe naa himii
2024-10-27 14:49:01
2
Kebene amboo :
Dr rabiifii jetii qorichaa kormamuu nafii imii
2024-10-27 10:06:43
1
jimmit sanyi motii :
yero darbe dhukuba ilkani sit himadhe gafi kof debi ati naf kenite baye nafayade 🥰🥰🥰
2024-10-26 17:55:43
3
umu mi,ad :
zahafaranin itophiya jira
2024-10-26 17:20:47
2
manhalam7 :
Zeytin isaa kaan akkami pls Dr 🙏
2024-10-26 16:30:26
1
hundinu yeroodhaf :
dr rabbi jedhii naaf deebis maalo
taa'umsa kiyya keessa hiida dhiiga achi keessan gadi dhufee yeroo tokko tokko ni jabaate guddata yeroo bira ni qalata na hin dhiigu kintaaroti jechuufis na dhibe
2024-10-26 19:41:02
0
Roman Arsii :
doktor rabbii jedhii zayitii zafaranaa esaa argamaa heduu rakadhee
2024-10-26 19:42:27
3
Firehiywot Girma :
mee zafaran rifensaf akkamitti fayyadamu Dr
2024-10-26 20:32:32
2
Add your name Aliyi kadir :
Dr ficaan ko bifa jijire ykn ni homachaa erga ficaane bodaa nimallaa baye rakadhe furmani lsa maallii naa debiissi