@firaololana7: Hayyuu Paarlaamaa Itoophiyaa keessatti afaan Oromoo dubbatamuu akka danda’u karaa agarsiise! Namni barate sabaaf furmaata ta’e kan jedhamu, Kan akka Obboo Bulchaa Dammaqsaati Yoo baratan akka hayyuu kanaatti dhalootaaf barruu ta’u. Ekeraan keessan haa boqottu! #❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ #ormotiktok❤💚❤ #100millionviews #oromo❤️💚❤️💪💪❤️❤️🥰🥰🥰❤️❤️ #creatorsearchinsights #anduwalmgosa #1000kveiw🤘🏿🤘❤️🖤 #jawarmohammed #100bolivianosdicen
Fira❤🇨🇦🇨🇦❤
Region: ET
Monday 06 January 2025 15:55:27 GMT
Music
Download
Comments
mohammedaliy25 :
woooww really true our father
2025-01-07 13:59:08
1
Abba Milkii :
RIP!!
2025-01-07 09:07:21
1
@keresabanjew41 :
agarte aarii wallaggi qabu☺️☺️☺️☺️
2025-01-07 19:36:08
1
girmagoto :
nagayaan waaqayoo biratii booqadhu
2025-01-08 03:38:30
1
90 sii Tajabbee :
Goota keenya onee keenya keessa jirtu yoomiyu😭😭😭😭
2025-01-07 08:24:37
2
Tariku T.2024 :
Goota keenya lubbuun keessan yaa jannatu
2025-01-06 19:37:35
3
only love❤️ :
maali godhu ree hayyuu koo
2025-01-07 07:08:35
2
bona :
Abbaan keenya Obbo Bulchaan Oromon jedhan male balbala hin jenne hayyu keenya boolla isaani daadhiin haguutu
2025-01-07 05:26:54
2
Bijiga :
lubbunkessan hajenatu gota kenyaa
2025-01-07 19:18:51
1
user9780842854565 :
nagaadhan boqadha😭😭😭😭😭😭
2025-01-07 15:08:30
1
Tokkichoo :
uufe Gootaa Kenyaa Lubuun kesani Ha'a janatuu Abaa Kenyaa😭😭
2025-01-07 12:13:34
1
addisuu biraanu 0965565795 :
Naggan BOQONNAa hayyuu 😭😭😭😭
2025-01-07 12:10:15
1
Daanni Abbaltti :
naggan boqonnaa hayyuu kenyaa
2025-01-07 09:55:26
1
asheshashe learning center :
nagaan boqadhaa
2025-01-07 09:49:06
1
Bifolen Bife :
luubuu kee naggayaan yaaboqaatuu😭😭😭😭
2025-01-07 08:36:00
1
Chala Shugute :
Nagaadhan boqodha😭
2025-01-07 08:08:17
1
wabbi :
biyyeni siiti haa qalalu❤️
2025-01-07 07:35:48
1
eliyaas71 :
uuuuufe
2025-01-07 07:08:03
1
Mitiku ebbaa :
naganiboqodha
2025-01-07 06:17:51
1
taresa033 :
dhugadhaa abaa koo. 😭😭😭😭
2025-01-07 06:14:53
1
2 :
boolaa.kee.dadhiin.yaa.gutuu.
2025-01-07 02:50:18
1
Yoomiif Salaalee :
Lubbuun kee jannata keessattii boqonnaa bara bara yaa argatu 😢😢😢🥰🥰🥰
2025-01-07 01:18:09
1
Chalchsan caalchisaa :
abbas oroomoo lubbun keessan haa qanqniituu uu😢😢😢😢😢
2025-01-06 18:03:32
1
Tolee Misgaanuu❣️🌳❣️ :
😭😭😭
2025-01-08 03:47:12
1
bojaa shubbisa@ :
😭😭😭
2025-01-07 19:51:51
1
To see more videos from user @firaololana7, please go to the Tikwm
homepage.