Sagalee tee haxee ta.a isaa qofaa olaa Bafata SubanaAllah
2025-01-08 12:39:00
0
ibsituu dukana❤️Afnan to❤️☝️🔐 :
sutaza 🤣🤣jetii faxen kana bart😄😄
2025-01-08 22:33:16
0
Life is short 🥰🇨🇦 :
😂😂😂😂 essuma demma yaa jama'a 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
2025-01-08 15:34:53
0
Ahmed teyib jemal :
kun janajjanaadhuma nujibbisiise😁
2025-01-08 15:28:51
0
fafii waloo batee 430 Lubuu :
gowanii hin dhalatin yo dhalate hin gudatin kanii jedhanii sunii isa akka muca kanatii nii maratee mo nii sakatee kunii jazba dhira😳😏😏😏
2025-01-08 14:37:13
2
Iftuu Aliyii :
isoo furullaa
2025-01-09 08:54:40
0
Asmaa mamadi :
Mali jedha jiraa korfoni Mali silaa dhubushalaa jedha mo akkam Mali afani isati malifi bohaa firaa qabu kuni maratudha qaba hidha wori iti dhiyatanu🤭🤭🤭🤔😁😁😁😁
2025-01-09 00:06:44
0
sabontu wallo 💘 :
tu kunii ustaz miti 😢😢😢🙄🙄
2025-01-08 23:03:53
0
Kd Wlso :
wanti sin bekuu qabdanu warrii akkana Kuni dura duraa Ofuma isheti ustaaz ustaaz jette Jala figdee gafaa inni waa itti dubatee kan ishe dhokstee kan isaa oli baftii naa Amana 🤣🤣🤣 ofi mi'essudhaf
2025-01-09 15:01:07
2
bona :
kun poraanki godha jira malee 😆😆😆🤣🤣🤣🤣🙆🙆
2025-01-09 09:04:09
2
Samariyyaa Qamar :
kun dhimma dhuunfaati waahii markazaatiin wolin qabatu 😏😏😏😏😏