@anhking89: Cho thuê xe máy tại đà nẵng 🫰❤️#thuexemaygiaredanang #chothuexemaydanang #danang #anhking #dulichdanang

Anh King (chiều khách đủ thứ)
Anh King (chiều khách đủ thứ)
Open In TikTok:
Region: VN
Monday 15 December 2025 11:41:44 GMT
320
12
4
0

Music

Download

Comments

anhking43
KING 👑 :
Ib ạ
2025-12-16 11:16:28
0
anhking89
Anh King (chiều khách đủ thứ) :
Hello tiktok✌✌✌
2025-12-15 11:42:16
0
anhking89
Anh King (chiều khách đủ thứ) :
Cần thuê xe máy cứ nhớ #anhking nhé
2025-12-15 11:43:07
0
anhking89
Anh King (chiều khách đủ thứ) :
Giao xe tận nơi fr..ee
2025-12-15 11:43:28
0
To see more videos from user @anhking89, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos

=kutaa 1ffaa========================== Abeebee Tufaa Araddoo Gosa Oromoo Tuulamaa keessaa warra EEKKAA ti. Bulchiinsi lafti isaan bulchaa turanis Tulluu Ererii asi hanga daangaa warra Manzee gara Ankoobarriitti achi. Garanaan Tufaa Munaa warra Salaalee fi warra Gullallee waliin akka wal daangeessanidha odeeffannoon akka jedhutti. Horri Finfinnee horiin yoo dhugan ni furdisa ture Kun hafeeti Xaayituu Buxul haati warraa Miniliik Miilli furdannaan qal’iseef…….Seenaan Abeebee Tufaa deebbii qaba……. Hora Finfinnee Oromoonni Ilmaan Tuulamaa horii obaafatan qabiyyee warra EEKAA jala akka turedha.Deemsa keessas Tufaa Araddoo hora Finfinnee kanarratti ajajaa turaniiru. Namoonni hora kana obaafatan horii dhibbatti horii tokko gibira Tufaa Araddoof kaffalaa turan. Tufaa Araddoo diinni karaa warra Manzee seenee lafa diriiraa Finfinneerraa kaasee hanga Dabre Siinaatti jiru akka hin fudhanneef waraanaa turaniiru.Karaa warra Manzee kan jiran warra Ankoobarrii warra Miniilik faati. Akka obbo Tadilaa Odaa Tufaa Araddoo jedhanitti Tufaa Araddoo loltoota hedduu qabu waan turaniif hedduu sodaatamu.Miniliik gaafa mana hidhaa Atse Tewoodiroos Gondorirraa badee dhufe Tufaa Araddoo akka isa dhoksuuf jaarsummaa ergatee kadhachaa akka turedha.  Haaluma kanaanis gamnoomaan haa ta’u baqaan waliin isaa kan hin beekamne gaara Inxooxxorra qubachiifamaniiru.Yeroo sana lubbuu baafannaafidha. Tufaa Munaa fi Tufaa Araddoo darbee darbee hora Finfinnee kanarratti wal lolaa akka turanidha.Basaastonni yeroo sana turan gidduu Tufaa Munaattii fi Tufaa Araddootti shaakkii uumaniiru qabu dhimma qubannaa Miniliik irratti. Innis Miniliik looltuu fi qawwee qabateeti na dhooksaa jedhee koolu galtummaa kan gaafate.Warra gidduu obboloota lamaanii(Tufaa Munaa fi Araddoo) deemani immoo Tufaa Munaatti akka Tufaa Araddoo Miniliikiif eeyyamee as dabarseetti itti himu.Tufaa Araddoottimmoo akka Tufaa Munaa dhaqee fideetti itti himu. Shakkii kanaan Osoo jiranii Tufaa Munaa Farda waraanaa akka Miniliikiif kenneetti Tufaa Araddootti himama.Kanaaf atimmoo Ilma kee tokko naaf ergii ani maseena Mucaa hin qabu nan guddifadha jettee Xaayituu Buxul jaarsummaa ergatteetti Tufaa Araddootti.Innis aarii Tufaa Munàa ilmasaa Abeebee Tufaa kenneef. Abeebee Tufaas dhaqee kiristinnaa ka’ee maatiisaas kiristinnaa akka kaasiseedha kan himamu.Akka Obbo Tadilaa Odaa Tufaa fi Obbo Zooduu Maammoo Abeebee Tufaa jedhanitti; Miniliik sodaa Tewoodiroos Gondorii dhufee na qabataa qabuun darbee gara Olonkomiitti dhokateera Xaayituu Gaara inxooxxoorratti dhiisee. Xaayituu lukni (miilli) ishee ni dhiita’a ture.Kanaaf bishaan ho’aa hora Finfinneetti yoo dhiqatte akka fayyitu itti himamnaan Abeebee Tufaa gara Tufaa Araddootti jaarsummaa ergameera bishaan hora Finfinnee eeyyamsiisu.Silaa abbaan ilma didaaree? akka deemtee dhiqattu eeyyamameef.  kutaa 2 ffaa itti-fufa follow gochuu hin dagatinaa🙏 #finfinnee❤💚❤tiktok

About