@eyasu.bayisa: 🙌Na Wal'aani🥺🙏😭 Yesus itti fufee, “Isin warri itti dhamaatanii dadhabdan, ba'aanis kan isinitti ulfaate hundinuu gara koo kottaa; ani boqonnaa isiniifan kenna. Waanjoo koo fuudhaatii baadhaa, ana irraas baraa; anoo garraamii dha kanan gad of deebises; boqonnaas lubbuu keessaniif in argattu. Waanjoon koo nama hin dhibu, ba'aan [namni anaaf jedhee baatus] salphaa dha” jedhe. Maatewos 11:28-30 #jesus #gospel #christian #gospelsong
Eyasu Bayisa
Region: ET
Wednesday 18 February 2026 12:51:39 GMT
Music
Download
Comments
Dave 😎 :
wow 🥹🥹 tnx bro
2026-02-22 17:33:25
0
Ebba Diriba :
Ebbifami hadhoko🔥
2026-02-19 23:16:16
88
Shimelis Solomon :
Maaloo guutuu isaa🙏🙏
2026-10-16 05:12:15
1
bayisa chala :
kadhannaan ani kadhachuuf jedhee jecha dhabee imimmaanin ibsadhun faarsaadhaan argadhu uffeekaa yesuus koo😭😭😭😭
2026-02-18 17:00:09
40
Biniyam B. Desalegn :
Jesus🔥🔥🔥
2026-02-20 07:41:13
15
Roba tkd🥋 :
guutuu isaa yeroo dhiyoottii dhaga'uu barbaannaa🥰🥰
2026-02-19 10:27:16
9
𝓖𝓾𝓭𝓭𝓮𝓮 :
maaluma c goona laata muca nana ayyani waqayyo ammayu sif h bayyatu🥺🥰🥰🥰
2026-02-18 17:44:56
29
RobyRsh :
guutee as haa ba'u💪🤩🤩
2026-02-18 14:46:26
19
blacky🎱 :
ere farfanna kana gutu isa nuf gadhisii 🥺🙏
2026-02-28 15:31:50
3
❤️💥🥰 :
pls guutuusaa nuu fidi
2026-02-19 08:40:00
4
I'm chrsitian :
Guutuusaa hojjedhu maaloo Ayyaanni siifa baayyatu
2026-02-22 10:52:10
5
Daawit Garoma√√✓ :
adaraa guutusa maaloo !!!
2026-02-18 20:10:32
4
ma 🔑 :
Naa wal’aani🥺🥺
2026-02-21 06:29:30
2
@_-kènenisha :
Guutuu isaa nuuf hojjadhu🙏
2026-02-23 11:37:37
2
sababiin jirachuu koo Yesuusi! :
ebbifamii ❤️❤️❤️
2026-03-09 21:59:23
1
@Meron... SDA ❣️🎸🎸 :
uuuf Malo ebbifammi ❤️❤️❤️
2026-02-19 04:47:51
2
ғ ɪ ʀ ᴀ :
🥰eyu
2026-02-19 16:30:20
2
Samuel :
ma eyuu🥰
2026-02-18 20:54:27
2
Addoo :
Ameen
Eebbifami iyyuukooo
2026-02-23 14:58:31
2
Ruhama :
eebbifami❤️🩹
2026-02-26 18:47:20
1
Biloo Amanaa milkeessa🔥 :
eyu🔥🔥
2026-02-20 08:22:54
1
Eyuel✝️ :
Eya🔥
2026-02-18 15:11:46
2
💚 PROMISE ✓ :
please eyu guutuusaa
2026-02-18 18:18:34
2
ˢᵃᵐ :
Eyu🙌🏽
2026-02-18 13:59:37
2
lensa_israel24 :
uuff kadhatakoo eebbifami
2026-02-18 13:28:50
2
To see more videos from user @eyasu.bayisa, please go to the Tikwm
homepage.