@noonecangudgeme: Yeroo ulfaa Sochii qaamaa hojjechuun faayidaa akkamii Dubartootaaf qaba? - Dhukkubbii dugdaa ni hir’isa - Gogiinsa garaa yeroo ulfaa ni hir’isa -Si’aaina fi anniisaa dubartootaa ni dabala -Hirriba qulqulluu tahe akka rafan godha -Ulfaatina qaamaa garmalee ni hir’isa -Maashaa jabeessuun cimina kennaaf. -Dhibee sukkaaraa ulfaan wal qabatee dhufu (Gestational diabetus mellitus) ni hir’isa -Dhiibbaaa dhiigaa olkahaaf akka hin saaxilamneef gahee guddaa qaba Sochiin qaamaa yeroo ulfaa godhamu hedduu jira. Sochiiwwan kunniin sochii akkamii akka tahe ogeessota fayyaa mariisiisuun akkasumas Viidiyoowwan ogeessota Ispoortiin kennaman kanneen akka Yoga, kegels exercise fi kkf ilaaluun hojjechuun ni gorfama Galatoomaa🙏🙏🙏
TheAbdi💊 ✍️
Region: ET
Sunday 24 May 2026 03:06:49 GMT
Music
Download
Comments
kayyoo mo'i :
🥰🥰🥰
2026-05-24 05:10:39
0
#M&G OROMIA :
🥰🥰🥰
2026-05-31 14:13:55
0
To see more videos from user @noonecangudgeme, please go to the Tikwm
homepage.