mashalla mashalla habibti tiyya ani yoon biyya bahu wagga lamatti Assallatti ijaradha yoo Asalla dadhabe Saguren jedhe ture amma garu erga dhufe ji,a torba birrin takka hin jirtu akkata kanan Abdi na kutachise waggalle dabalachuf hin ta u wan godhu walale simmo baga rabbi si gargare