@berlicelenge:

Berlice Lenge
Berlice Lenge
Open In TikTok:
Region: CD
Sunday 19 July 2026 16:17:50 GMT
158
32
3
0

Music

Download

Comments

berlicelenge
Berlice Lenge :
Merci beaucoup seigneur 🙏🙏
2026-07-19 16:19:49
0
top.song.chu
BIG BROWN 💸💸💸💸 :
imag
2026-07-22 19:09:15
0
To see more videos from user @berlicelenge, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos

Sirbi kun jalqaba baroota 1960mootaa keessa kan sirbame yoo tahu, baandii Orkeestiraa eeyduu gooblaa Bahaa Itoophiyaa beekkamaadhaan bara 1960moota keessa qindaa'eedha. Weelliisaan sirbichaa artist Kaamil Ibraahim kan ja'aamu yoo ta'u, viidiyoon kun immoo sirba aadaa fi sochii sirboota aadaa uummata Oromoo Ituu (Harargee lixaa) kan agarsiisuu fi carcar keessatti kan waraabbame tahuu vidiyoon Walter Mittelholzer bara 1926 A.L.I. (1934 G.C.) keessa weeyta gara Itoophiyaatti imala godhetti iddoo garagaraatti daawwannaa adda addaa taasisaa ture waraabe kun ni agarsiisa. Vidiyoon kan sochiin sirba aadaa hawaasa Oromoo kanaa maal akka fakkaatu agarsiisuudha (Source:-The Library of ETH Zürich archival image and film digital collections of Walter Mittelholzer’s historic aerial and travel collections online). Vidiyoo kana keessatti akka mul'atutti, uffanni aadaa dubartootaa Oromoo Ituu, akkaataan rifeensa isaanii, miidhagfanni callee moormaa fi kilkillee harka isaanii baayyee miidhagoo fi hawwatoo kan tahe tahu kan agarsiisu yoo ta'u, uffannaa fi miidhagfanni aadaa sirbaa dhiirootaatis akkasuma miidhagoo tahu agarsiisa.  Damee Oromoo Barentumaa shan (Ilmaan Barentumaa shan) keessaa jiraattonni lafa baha Oromiyaa amma Harargee jechuun yaamamtu keessa jiraatan sadii yoo ta'an, isaaniis Oromoo Murawwaa (Ituu), Humbannaa (Aaniyaa) fi Qalloo (Afran Qalloo) tahun isaanii ni beekkama.  Horaa Bulaa! Ituu Post;- Madda Beekumsaa fi Oddeeffannoo, Daawwiitii Isa Kaleessa Keenyaa ti.             #viralcreators #oromotiktok #ethiopian_tik_tok🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #fypシ゚viral #fyp

About