@gumiisurichoolayee: Gootni Guddaan "Laftii Ila Boruu ta Liiban, Boojuu Gurra Ciraa taate" Dhaadannoo jedhun beekkamu Dheedii Warra isaanii Liibanii godaanee Galaana Daawwaa taakkee Dirreetti tarkaanfatee, Mataa Wayaamaa Borbor Khakkisaatti dhalate.... Mataa Wayaamaa Borbor Khakkisaatti haa dhalatuutii malee, guddinnii isaa lafuma Ila Boruu ta Liiban Nageellee Booranaati..... Qaampharree Godaanaa Waariyoo gaafa gannii isaa 30'maatuu, Bulchaa Booranaa ka Durii Aftaraarii Halakhee Guyyoo Xuuyyee fa'a waliin dhimma Biyyaatiif qabsaa'aa ture. Bara Bulciinsa Mootii Hayilee Sillaasee Awuraajjaa Nageellee Booranaatti Alaafii Waraanaa ta'uun Humna Waraana Xoophiyaa Kutaa Nageellee Booranaa Ajajaa ta'uun loleenii lolchiisaa ture..... Gaafa Bara Bulchiinsa Mootii Hayilee Sillaasee Daangaan Oromiyaa Gama Liiban ka Nageellee Booranaatiin Fuloo Hammeessaatiif haga Malkaa Mogoriitiif Malkaa Sooddaati jechuun kan Utubaa Daangaa Oromiyaa Gama Booranaa moggaa Ila Boruutiin caphuu dhowwuuf, jiruuf jireenna isaa guutuu dhiiga dhangalaasee lafee itti cabsee Ilma Gudeeda isaatuu itti gabbare Gootichii Qaampharree Godaanaa Waariyoo ittuma dabaluun Oromiyaa Gama Ila-Boruutiin Bara Dargii Daangaan Oromiyaa Gama Liiban haga Adaa Siirooti jechuun Muummeen lafa Oromiyaa gama Bahaatiin eessa fa'a akka taate.... Dhaloota qaabsisuun, akka ammoo Bara Bulchiinsa Wayyaanee ka TPLF Nyaaphii Lafaaf Namallee akka Wayaa walti dachaasuun Lafa Oromoof Oromiyaa xaasaa keessa dhaabee saffaree gurguruun qircaa ciratellee jabeessee dhaloota dhaalchisa... "Oromoof Oromiyaa Lafaaf Namallee hangafii Boorana, Boorana ammoo hangafii Lafaaf Namaalleen Liiban. Gooroo Gadoomaa keessatti Gogeessii Booranaa Shananuu Liibanitti olgalee Jilatu malee aadaan Gooroo Gadoomaa hin guutamtu. Kanaafuu, Mootummaan Dhiigaaf Lafee Oromoof Oromiyaatiin Nyaapha Nyaanyoo ka Sabaaf Sablammoota Xoophiyaa guutuu Mooyyee takkaatti guuree tumate guyyaa adiin aangoo irraa ari'ee dhaale, waan Nyaaphii Wayyaanee sun Oromoof Oromiyaa akkasuma Sabaaf Sablammoota Xoophiyaa irraa yakke midhaassuu qaba... Waan Wayyaaneen yakkite keessaa isiin duraa Lafa Oromiyaa Gama Booranaa ta Ila Boruu jechuun (Liiban Nageellee Booranaati),... Akkanaafuu Mootummaan Oromoo ka amma Xoophiyaa bulchaa jiru gurraaf qalbiin nu caqasee gaaffii Uummata Oromoo oolchee adoo hin bulchine Nuuf deebisuu qaba. Gootni Guddaan Bara ijoollummaa isaatti qaraa fiixee gaafa Gadaa Jaldeessa Liiban Guyyoo Boruu jechuun Bara Xaaliyaan Xoophiyaa weerartetti aansee Nyaapha Biyya Xoophiyaa jechuun Oromoof Oromiyaa hardhaa gama Booranaatti loluu dhufu gootummaan dura dhaabbatee Galaana Daawwaatiif Galaana Gannaalee gamatti,.... Fiiltuu asi Nyaapha faana deemee fiilcha baasaa kan bahe ittuma dabree Liiban qofa adoo hin taane gama Dirreelleetti Golboo asi Nyaapha sigissee ka sigissisiise,.... Dabalataan eegii Dargiin kuftee Wayyaaneen dhuftee Biyya balleessuu jalqabde addatti waggoota 27 oli kan Wayyaaneen Boorana Liiban lafarraa balleessuuf murattee kaate keessatti nuffee dadhabe adoo hin jedhini...... Dhimma Biyyaa gula gutee gula ganamuun kophee itti seemsatee oolee bulee faana ka'uun Laftii gaafa Bara Bulchiinsa isaa Daangaan Oromiyaa Gama Boorana Liiban jala jirtu ta amma harka Warra Lafa Oromoo falmuu jala jirtu Malkaa Gubaatiif Malkaa Mogor jidduu Malkaalee 33 akka taate dhalootaaf kan dhaamu ka ammallee ittuma dabaluun Lafa Ila Boruu ta akka; Waleensoo Lamaan, Aadee, Suuftoof Lafa Dooloon Duubaa hedduu ufillee gaafatee dhalootallee gaafachiisuun akka ammoo akka Maqaan Nageellee Booranaa ka Wayyaaneen dabe Mootummaa ammaatiin qajeeletti Laftii olitti Maqaa tuttuqne ta amma harka Nyaaphaa jirtulleen cuftinuu akka harka Nyaaphaatii baatee akkuma duriitti deebituuf Ka Gumii Gaayoo ta Gadaa Khuraa Jaarsoo Khuraa irratti Gaaffilee Qalbii Uummata Oromoo Booranaa keessa jirtu tokkollee adoo hin hambisini Waggaa Shaniin duratti Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaaf gaaffii jajjabduu Imimmaaniin kan dhiyeesse Gootichii Qaampharree Godaanaa Waariyoo,...

Gumii Surichoo Layee
Gumii Surichoo Layee
Open In TikTok:
Region: ET
Saturday 22 August 2026 06:46:48 GMT
10173
1292
69
44

Music

Download

Comments

abbaa.liiban09
Abbaa Liiban :
Gootaan goota jechuun cubbuu miti.🙏🙏
2026-09-02 19:13:37
0
dansa.hadha2
dansa hadha :
2026-10-24 04:30:42
0
abbaaqaallicha1
Doyo Kalicha(Biqilcha) :
Boorana
2026-09-22 08:37:25
0
user2530883108373
dika@@ :
thanks🥰🥰🥰🥰
2026-08-23 14:03:16
0
user8701926102252
jarsex sanyii facii :
♥️♥️♥️
2026-10-23 18:49:58
0
galgesh.ye.bagaja
Galgesh ye Bagaja lij :
🥰🥰🥰
2026-09-23 06:53:29
0
calish12
Calisha12B✓ :
🥰🥰🥰
2026-10-13 13:13:23
0
jarso.gnuke.dirib
Jarso Gnuke Diribo :
🥰🥰🥰
2026-10-09 17:56:07
0
roobaasoraa1
Gobbuu kha Soraa Goolloo :
🥰🥰🥰
2026-10-02 18:39:35
0
kotolaharo
kotola Haro4 :
🥰🥰🥰
2026-10-01 12:51:34
0
user74934679702828
Abba Boru :
🥰🥰🥰🥰
2026-10-01 04:57:13
0
halakeboru195
Haleksii Maan :
🥰🥰
2026-09-30 19:42:03
0
jaato625
JABOEL 2G :
❤️❤️❤️❤️
2026-09-27 18:18:04
0
guyo..kalicha
Guyo. kalicha :
🥰🥰🥰
2026-09-26 09:37:38
0
abgan68
abagana78 :
😁😁😁
2026-09-24 13:43:42
0
jeje_66_bo
Jeje :
🥰🥰🥰
2026-09-24 01:25:45
0
badhuuilmaaoro
Badhuu ilmaa Oro 430 :
🥰🥰🥰
2026-09-23 14:45:11
0
dikishor2
Dikish Oro🥰 :
🥰🥰🥰
2026-10-13 19:16:07
0
boneya408
Boneya@40 :
🥰🥰🥰
2026-09-18 16:24:23
0
shamaky90
G_U_R_B_A B_A_D_I_Y_A💪💪♥️ :
❤️❤️❤️
2026-09-17 19:25:07
0
chaladuba32
kormaa dhugaa :
❤️❤️❤️
2026-09-17 11:48:03
0
kiyyanabse2
Kiiyaa Nabse 💖💖💯 :
♥️♥️♥️
2026-09-15 15:47:20
0
user70986569441147
Hadha rayyan :
❤️❤️❤️❤️❤️
2026-09-13 13:00:13
0
user18224415241097
diida :
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
2026-09-12 07:47:23
0
kote.7i
Kote7✝️ :
🥰🥰🥰
2026-08-22 06:54:21
0
To see more videos from user @gumiisurichoolayee, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos


About