@coisasdecah: Quer deixar a casa LINDA pro Natal sem gastar muito? Olha isso! Essas capas são simplesmente a cara da riqueza 😍 corre pro carrinho laranja e já garante as tuas #capaalmofada #decoracao #merrychristmas #nata

coisasdecah
coisasdecah
Open In TikTok:
Region: BR
Sunday 23 August 2026 18:01:00 GMT
112
3
0
1

Music

Download

Comments

There are no more comments for this video.
To see more videos from user @coisasdecah, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos

MARII BIYYOOLESSAA FI FIRII ISAA:) Mariin Biyyoolessaa waa’ee Finfinnee irratti ejjannoo inni qabate warri document isaa argattanii carraa kanaan dubbiftan ni hubattu. Firiin marii Biyyoolessaa Dhimma Finfinnee irratti qabu Mootummaa Naannoo Oromiyaa hin gammachiifne. Irra deebiin akka ilaalamu taasifamnaan Mootummaan Naannoo Amaaraa waltajjii dhiitanii ba’anii turan. Boodarra Abiy gara lachuu gowwomsee Komishinichi Dhimma Finfinnee irra deebiin akka ilaalu fi Korean haaraan akka dhaabbatu taasifame. Dallansuu gara Oromiyaatiin jiru Abiy erga hubate intelligence Ameerikaa dirmannaa waammateera. Marii Biyyoolessaa kana booda Finfinnee irratti balaan akka hin aggaamamne Mootummaan Ameerikaa karaa intelligence isaa dhaabbata Finfinnee keessa jiru fi magaalaa Finfinnee qindoominaan akka eegan kadhateera. Kan shakkame immoo Mootummaa Naannoo Oromiyaati. Hirmaattoota karaa mootummaa Naannoo Amaaraan jiran Abiy amansiifateera. Rakkoo kan natti uumuuf deemu Shamallis Abdiisaa waan ta’eef isiin na hubachuu fi na gargaaruu qabdu jechuun isaan hubachiiseera.  Seeneessa kana warri fudhatan,karaa media lee garagaraa Shimallis yaada dhiphoo qaba, ‘Biheertanyaadha’ jedhanii akka olola irratti gaggeessan kallattiin taa’eera. Gama Abiy goranii akka Shimallis irratti dhiibbaa uuman godhamaa jira. Dhimmi Finfinnee ammayyu yaadi qulqullaa’ee taa’e hin jiru. Garuu ammoo waan Oromoo gammachiisu fi dantaa Oromoo tiksu hin jiru. Faarsee bulaan akkanumaan bulluqsaa jira. Garaagarummaan Abiy fi gama Oromiyaatiin jiru babaldhateera. Inumaayyu gareen Oromiyaa irra jiru,kiiloo afur to’ata jedhamee ololli keessa keessaan Abiy oofsisaa jiru karaa elite Amaaraa akka hojjatamu godhamaa jira. Abiy garee Amaaraa fi Oromoo gidduutti qumaara siyaasaa jabaa taphataa jira. Lachuu walitti isaan hamata,lachuufuu aantummaa akka qabu himata,garuu yaaddoo Itiyoophiyaa godhee kan dhiheessaa jiru Naannoo Oromiyaatinidha.  Itti ba’iinsa isaa hordofna,Itiyoophiyaan cubbuu dhiiga Oromootiin burkutaa’uuf deemti.

About