@gudamerga_attorneylaw: #0926321111 #Abukaatoo #Guddaa #FINFINNEE #Fiyelbet Seera DHAALAA biyya keenyaa

⚖️Abukaatoo/ጠበቃ Guddaa/ጉዳ
⚖️Abukaatoo/ጠበቃ Guddaa/ጉዳ
Open In TikTok:
Region: ET
Wednesday 02 September 2026 13:53:33 GMT
77925
7640
215
653

Music

Download

Comments

birmadu.muca.iluu
Birmadu Muca Iluu :
yaada gaariidha
2026-11-01 16:39:40
1
guyokararsa
Guyo Kararsa :
galatoomi kabajamoo, gaaffii Ani yeroo baay'ee itti yaada ture deebii argatee Jiraa.
2026-11-06 14:14:07
0
abitiy09
Abiti kawaqa :
qabiyyeen akakkaawo kiyaa dhaluu danda'aa pls 🙏 naa debisi???
2026-09-09 21:06:03
1
.dirribaa0
Dajanee Dirribii :
Bayyee siniraa barachaa jiraa nufii jiradhaa
2026-09-04 09:50:27
3
ramelijoo
Remedan Ahmed :
Gaaffiin kiyya himataan tokko haata isaa mana murtii jalqabaatti murteiin kenname naf hin taane ja'ee igbaanyii fudhate booda yeroon isaa yoo darbee furmaani ni jira?
2026-10-31 17:50:49
1
www.titokkedirabdurehman
Dajane kabbada :
sirriti sii galtefan wa.a baay'ee nuu barrasisa jirata gaffi tokko qaba horiin tokko bade wajjiri mallaqa calbasin yoo gurguree abban qabeenya ergasi booda yoo itti argama abban qabeenya malii ta.uu ?? seerii wa.ee qabeenya nama dhunfa kan malii jedha??
2026-10-31 17:26:32
0
automotiveration071
automotiveration071 :
namnii karaa seeraan guddifamee tokkoo kallattii lamaniyyuu dhaaluu danda'aa pls
2026-11-06 03:46:22
0
olinanat
kifilu :
lafa yoo ta'e nama dhaaltuu hintaaneen yoo qabame shh 1002tiin maaliif hafee? shh 1845 fi 1677 (3) rogummaa qaba ? mirga heeraan kenname hin sarbuu kun ?
2026-09-24 12:09:13
1
user1175619601411
mudaser ML :
ok bayyee gariidha
2026-09-05 16:22:37
1
user1042724508406
ofinan :
galatoomi
2026-09-11 07:36:38
1
tesfaye.merga36
Tesfaye merga :
guddaa akkam jirta?ulfaadhuu galatoomi gaaffii tokkon qaba maaloo dafii naaf deebisi haatii koo waggaa sagal heerga na bira jirattee booda qabeenya lafaa qabdu 11 keessa 6 dhaamoo ifaatin naaf dhaamtee duutee amma na gaafachaa jiru dhaamoo ifaa isaanis nu buqqise jedhanit nahimatan.
2026-09-04 05:26:02
1
birhanu.game6
birhanu game :
galatoomi kabajamoo, gaaffii Ani yeroo baay'ee itti yaada ture deebii argatee Jiraa.
2026-11-06 14:52:06
0
brish_bt
BT :
1.Naman tokoo lafaa dhalitumaa adaradhan namaa biraa yoo katae wagaa meqaa bodaa dhorkan dhorkuu dandaa'a ? 2.Naman tokoo yoo gudafchaa kenamuu waraqaa yoo barafamaa yoo qabanee ragaa namaa qofaa yoo qabatee ragon sun yoo lubun hin jiranee dhalitumaa akmit dhaluu dandaa?
2026-09-02 14:15:02
1
magetigat
Megersa Regasa (የከፍታ ዘመን) :
Obbo Margaa guddaa galatoomi! Namni keenya hubannoo seeraa hin qabuum,isin guddaa galatoomaa❤❤
2026-09-14 13:35:40
1
waldee.yaadataa
waldee yaadataa :
yeroo lubbuun jiranu kennaa yoo kenaan hoo
2026-09-02 14:42:12
1
ashuu.mulataa0
Ashuu waraa bargaa :
lafaa gedaraa oo
2026-09-02 14:43:36
0
dejeneturi
Dejene :
dhalchisaan yeroo lubuun jiruu dhalchisuu hin danda,a
2026-09-02 14:40:38
1
arjjan.rabbuma
Arjjan rabbuma :
@yes
2026-09-13 21:32:57
1
biqitu.galma
@biqitu galma :
t
2026-10-06 09:37:28
0
adugna.gabayo8
Adugna Gabayo :
siin barbadaa karaa kam siin qunamaa???
2026-10-05 18:49:58
0
higabuuitalaaliyiitahiro
Hayatii itala shashe 🕋☝️🇹🇿 :
ilmi ABA Buena ho argachuu dadaa
2026-10-06 19:12:20
0
fedesa143
Fedhaasa :
Namni guddifachadhan nama biratti guddifamme qabeenya nama itti guddifame san dhale deebi'e qabeenyaa maatii irraa dhalaate dhaalu ni danda'a?
2026-11-08 04:18:26
0
user3314507148032
Geme :
Ani gaafii tokko qaba kabajamoo Abban qabeenya tokko abba dhunfaa wogga murta'eef lafa irra yoo kireeffate maliif hin debiinyeef?galaatoma
2026-10-20 19:01:41
0
3424damisee
Damisee Alamuu :
yeroo lubuni jirani kenaa yoo namafi kenani rakkoo qabaa
2026-10-25 12:00:21
0
user4262069053086mange
mangee & *1201# :
qoda abbaa kootii anni ykn obbollon koo argachuu ni dandeenya? abban koo boqatee yaan jiruuf.
2026-09-02 15:25:25
0
To see more videos from user @gudamerga_attorneylaw, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos


About