@wallooict: SIM Card Ethio Telecom Biyya Alaatti Akka Hojjetu Akkamitti Gona? 📱🌍✈️

Walloo ICT
Walloo ICT
Open In TikTok:
Region: ET
Saturday 12 September 2026 07:32:03 GMT
23031
995
61
290

Music

Download

Comments

muhamed8722
Mame 🇦🇪 :
wlhi anaatu isiniif bana keessan na dubisaa
2026-10-29 15:29:37
3
abdidansa2
Abdi dan50% :
ammaa hojata jiraa system sanin ni banama
2026-09-20 18:35:06
1
watu.watuu.jiraa1
watu watuu jiraa :
please mee naf badii
2026-11-06 15:23:59
0
misslina023
LINA🎀 🌍🍋 :
dhugaa galtomi naaf hojjate raa 😁😁😁👍👍
2026-10-10 20:22:17
0
54afric
AFRICAN 🌍 :
kara salphaa warri banachuu barbaddan na dubbisa wly isinifan bansisa Oro koo🥰
2026-10-31 18:50:09
1
safiyasafi166
Safiya Safi :
yaabo akkamiti hojata
2026-11-06 18:42:52
0
semu490oro
سميره :
Qat
2026-11-06 11:18:35
0
sh.u.a121212
Ibsa :
seera qabessumman isaa hoo ??
2026-11-03 19:47:25
0
makiifamiliy0
biftu Record 📳🚨 :
oTp sanii eessa fudnare
2026-10-13 10:40:59
0
sinaaf
Sinaf Arsii 🇰🇼 🤪 :
Kuwait keessaati naa didee
2026-10-01 22:35:16
0
usernameas74
Dheebuttuu qur'aanaa♥️♥️♥️♥️♥️ :
dubbii kijibaa nurraa dhiisaaka maaloo
2026-10-24 08:32:22
1
allhamdulillhgalataarabi
✍️ZEYINABAA OBSAA from baatuu :
Emergency call only jedhee didee simii wogaa 3 turee
2026-09-14 08:46:34
1
raahaa502
naziife :
Mee teele bri niqaba nadidee garuu
2026-10-24 11:23:45
0
mom466018
💗mom💗 :
codi na gafate
2026-11-03 20:07:37
0
gemechu.misganak
Geme Horroo 430 :
bro ni hojeta Garu qarshi bayyee nama gafata male fkn Nanni tokkoo Ethiopian irraa yoo si bilbilaan ati qarshi qabachu qabda Malif Garu si rachu danda,a naf himimee malo
2026-10-18 10:26:05
0
anaa.tolii.badhadh
anaa tolii badhadhaa🇱🇧🇪🇹 :
dhugaa berut maalif hojjechuu didee qoy
2026-10-21 13:25:56
0
ababilasliw1
East pùlsè :
Galatoomi
2026-09-13 19:11:26
0
gemechu.misganak
Geme Horroo 430 :
bro ni hojeta Garu qarshi bayyee nama gafata male fkn Nanni tokkoo Ethiopian irraa yoo si bilbilaan ati qarshi qabachu qabda Malif Garu si rachu danda,a naf himimee malo
2026-10-18 10:26:05
0
abdii.koo018
Abdii Koo :
teelee birrii yoo hinfyyadame ho biro
2026-10-03 19:57:08
0
obsaan.malee
obsaan malee :
na debisime bro na dide
2026-10-01 05:35:14
0
safiyasafi166
Safiya Safi :
obbolessa koo bayyee rakadhera mee nagargari ani dura imo hinbanane sim kanani mobile banking fi Tele birr qofa fayadama ama qabadhe deme dubai asiti nahojatu barbada
2026-11-06 18:57:49
0
safiyasafi166
Safiya Safi :
yeroo biyyaa jiru itti ama yoo tele birr barbade sim kana data gurachu barbada sim nahojatu dide yoo message kiyyaa argite nafi debis obbolessa koo
2026-11-06 19:06:33
0
mymomjirtegod
Anti best friend and my qash :
Dhugaa waaqayyoo appn sobadhannoo
2026-10-04 20:26:48
0
seenafii1
R,O,M,A,N 💟💫💫 :
anni telegram hin bananee
2026-10-01 17:53:14
0
kiyaagincii
𝐊𝐢𝐲𝐲𝐮𝐮 𝐠𝐢𝐧𝐜𝐢💒🧎‍♀️ :
sobaa Nana fidee
2026-09-23 07:07:22
0
To see more videos from user @wallooict, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos


About