@sademinspire:

SADEM INSPIRE
SADEM INSPIRE
Open In TikTok:
Region: AE
Wednesday 16 September 2026 15:02:35 GMT
41222
4430
629
443

Music

Download

Comments

semsm5925
my sif :
ayii wly dhuga keti gubane yarabiko guba ani gubadhe ati gubi yaallh😭😭💔💔
2026-09-16 21:57:17
13
my.mom2410
My mom🥰🥰♥️❤️‍🩹 :
rabbitu narraa faggesse jedheen yaadaa wollahi jelqabas waan naaf hin taanef rabbin naraa fageesse alhamdulillah 🙏
2026-09-17 03:08:34
36
user28506153678191
Obsinaan as Geenne :
Wly caalluma jedheen ilaalaaraa torbee gayee yaarabbii na jabeessii
2026-09-17 13:21:25
17
fiqir939
Asuti🌺 :
yo dadhabne o🥺🥹😢💔
2026-09-17 03:12:42
7
fanosashete
Sifan🫅🎀 :
an block godheen🙃🫠 fata jedha Jira maaltu na canaqee😁
2026-09-18 11:16:20
2
warqitumangistu
obsinet cobii🇦🇪🇦🇪 :
anii garuu gorsaa kee irraa wan baayee baraadhe dhugaa waqaayyo nuuf jiradhu
2026-09-16 16:19:44
4
billiee2405
Bililee :
dhuga keet @🥰🥰🥰🥰🥰
2026-09-17 09:30:54
1
faruyee1
faruyee Jm 🇸🇦✅ :
dhugaadha keetii biroo 🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲
2026-09-18 00:30:40
1
aishaakamo5
🦋Aishaa🦋 :
dhugaa jettee nuf jiraadhu gorsaa kenyaa🥰🥰🥰🥰 galatoomi
2026-10-22 16:53:55
2
wolabbummaa
biiftuu oromiyaa :
galatoo sanyii waan an keessa jiru dubbate wly
2026-09-17 06:26:39
1
saabontuuarsii882
ان الله مع الصابرين :
dhugaa keetii wlhy dhugaan jirtu kanumaa yoo obboleesaa yaa obboleetii kuni hasa'aa gatii gudaa qabudha
2026-10-14 14:52:12
1
itagasuu.710
yaa waqayoo Abdii koo sumaa🙏 :
nuuf jiraadhuu umurii dheeradhuu Galatoomii dhugaa keetii 🥰🥰🥰🥰🥰👍👍👍👍👍👍
2026-09-18 15:09:10
2
yoom.guyyan.sun
falmii shashee lij🇹🇷✈️🇺🇸 :
calisuu dadhaabe walhii bakka isin demtee deema media kana iraati hireen isii bahiin waan onne Dhaka saan😢☝️
2026-09-17 18:54:26
1
arsiitiii.oromooo
arsiitiii oromooo :
shgaaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭walhiii
2026-09-17 02:53:53
1
nasraa.xaahir
nasraa Xaahir :
dhugaadhaaa wlyiii obooleso
2026-09-17 22:15:41
1
munaamannaa
munaa 5 G :
matani hadhabatu arga dhira oroomo [Tears of joy]
2026-09-17 07:51:33
2
ww...cccc
ifaan✅📿💡 🇹🇷💎 :
galtoma😎🙏
2026-09-17 03:16:16
3
burte.burte239
burte :
dhugaa rabii ergaa calisee torbaa lamaa gutteen jiraa waqayyoo ammaas na haa jabesuu
2026-09-22 09:16:41
1
boniye124
bonii 🫰😘🫶 :
dhugaa jettee Akanati wolii gafatuu woyya
2026-10-24 21:45:07
0
user5375753789247
Nanati :
Anii jalala wan jedhuu takkaan bekuu wly jalalii kuun yaroo nama qabu halla akkamitiin nama qaba 😭
2026-09-30 08:36:49
1
sanyii.marroo.wall
sanyii maaroo wallagaa♥️💚♥️ :
dhugaaketiiii 👍👍👍👍 Garu iraa fagachuu dadhabee malii na wayaa😭😭😭💔💔
2026-09-25 12:59:48
1
firdowsaa.huseen
Has bunallah waniimal wakiil😘 :
nama jirenya keennaa hin taane homa dhoytteen dhahii jirenya kenna kessaa basi🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
2026-09-17 19:12:07
1
gaziye1
ገዝንብ🇪🇹🕺✈️🇸🇦 :
Ani akka inni nas hin argine anis akka isaa hin argine block godhee dhugaa rabbi gaafan garaa irra kitadheraa kaase💔💔💔😭
2026-09-16 21:36:46
1
oda.alii
Kaamil Alii :
Anii garuu Obsan dhabee Akkmitiin dagadhaa waan Wojjin Dabarsee fuundura koo Nadema
2026-10-03 18:31:53
1
To see more videos from user @sademinspire, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos


About