@aberathelawyers: Replying to @buzeeabdiinkooiyesus0

@Abera AA-Lawyers(አቃቤ ህግ)
@Abera AA-Lawyers(አቃቤ ህግ)
Open In TikTok:
Region: ET
Friday 25 September 2026 13:30:49 GMT
34328
2517
81
248

Music

Download

Comments

negerimoni_com
Mom & Aim🦋🇰🇼 :
abboo jiraadhu ati guddadhu mul'adhus. ameen jedhimmoo kabajamo❤️
2026-09-25 15:10:59
0
alemayehuejere2
Alex :
galatoomii namni tokkoo abba warra hadhaa warra ta'anii gargar bahanii walitti yoo deebi'an Abbaan warra adda gurguruu danda'a maatiin yoo itti walii hin galii abbaan qofti gurguruu danda'a
2026-10-29 08:51:35
0
adamguracho
Aadam gurracho :
dhaaltummaan daangaa yeroo qabaa?
2026-10-21 13:04:06
1
shimelis074
shimallis :
galatoomi qalamni kee hin gogin
2026-11-04 13:24:20
0
sagni.123
Sanyii Gulummaa :
Galaatomi jabbaa namaa jabbaadhu 🥰🥰🙏🙏🙏🙏
2026-10-20 13:07:58
0
bontu.abdisa465ambo
Bontu Abdisa🥰🥰amboo :
Galatoomii 🙏🙏
2026-09-27 12:57:48
1
obsafadlu360
Obsa Fadlu :
maaloo you tube channel dhan kottaa sa'ati dheeraa dhan?🔇
2026-10-04 14:48:02
0
tadu423
Tade@RRR. :
adda addaa san barbaadii baas??
2026-10-02 18:16:56
0
gutaangasa3
gutaangasa3 :
Galatomii
2026-09-27 10:41:48
1
buzeeabdiinkooiyesus0
✝️Buze ani wangelatti yella'u✅ :
Galatoomaa kabajamoo abbaa seeraa❤️❤️❤️🥰🥰🥰🙏🙏🙏
2026-10-06 11:22:07
0
user0920233506
AMNLLH MHMMD ,ABU YEHYA :
Ani bara 1987 gaafa Abbaan koo du'an, waggaa 10 ta'a, sababa barnootaatiin gahee koo kan abbaa kootii gaafachuu nindanda'aa kabajamoo Abbaa seeraa?
2026-10-17 20:04:27
0
user97107923857244
user97107923857244 :
best of best
2026-10-03 17:09:03
0
firomsfeyisa5ece
firomsfeyisa5ECE :
labsiin lakk. 248/2015 keeyyata 53 (2) Maaliin mirkanaa'a?
2026-09-26 19:29:34
1
mhamed.mkonen.mha
Maammee maammitti :
yoo dhaalaa ta'ee hoo?? naa deebiisii adaraa adaraa
2026-09-25 22:57:10
0
arjjan.rabbuma
Arjjan rabbuma :
@yes
2026-10-27 20:19:44
1
kasahun178
kasish@123 :
good
2026-10-06 10:13:24
0
lalisadd6
Lalisa Dd :
kabajamoo
2026-09-27 07:27:39
0
negasheticha
Negash Eticha :
🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏🙏
2026-09-25 13:35:50
0
toofiqjamaal10
toofiq jamal 🇪🇹🇪🇹🇪🇹 :
abou barumsaa gaaridhaa🥰❤️❤️❤️❤️❤️
2026-09-25 19:38:54
0
deebbisaa
Dani DM :
Ibsaa yeroo yeroon nuuf laatuf galatoomii dhugaa
2026-09-25 15:12:07
0
kenna.gammachu
obsii kayyoo kotii :
lafaa baadiyaa walii jijiraa waligalitee gadatin yoo walifii jijiranii laficaa defachuu yoo baribadee karaa seratin defachuu hin dandahamayii🥰🥰🥰
2026-10-27 06:20:57
0
user2468144723022
0936702675 :
galtami
2026-10-01 15:19:18
0
.naf.yadii4
Jiraa Hundaa bachaa :
2026-09-25 18:18:32
0
damii2175
Damii :
jabaa keenya
2026-09-25 17:43:35
0
abduman588
Abdulwahab [email protected] :
AA A galatoomi waa'ee gibiraa irratti buusii adda addaa jedhanii gibiratti dabalanii fuudhu mee kana naaf ibsaa waa'ee buusii
2026-09-25 13:49:25
0
To see more videos from user @aberathelawyers, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos


About