bro Namni maal naan jedha jecha jedhu dagadhuu jiraadhu
2026-10-03 09:02:10
7
💜Abdulfetah Mohammed✔️ :
Sirridha jeti ati galatomi. Garu ani akka kiyatti:Waa hunda Namaatu akkasiti na tilmaama jedhee waanin hin qabine ufirratti U'umuf kayo fi karora kiyyarrati yaaddo dabalataa hin galchu.
2026-11-01 16:18:49
1
Naati :
yoo akka feeteti talmaamte ana maal na dhibe dhala shangirdi
2026-10-29 08:09:48
0
Gedi🏆winner :
dhugaa dha namnii sii dubbisee ijiisa jalqaaba kopheeke ilaala garu anaan nan dhiibuu ofta'en jiraadha
2026-10-29 15:20:36
1
Endale :
galattomii
2026-10-28 16:54:49
1
vip yayoo koo :
galatomi biroo
2026-10-30 17:25:48
1
eshetu 11 :
Dhugaadha
2026-10-02 16:49:50
2
urjii :
akkataa hubannoo isaatti nama madaala namni kanaaf bakka hin kennu Ani kaayyoo koof qofaf bakkan Kenna malee