@aberathelawyers: Replying to @rabbirraa85

@Abera AA-Lawyers(አቃቤ ህግ)
@Abera AA-Lawyers(አቃቤ ህግ)
Open In TikTok:
Region: ET
Friday 09 October 2026 10:09:48 GMT
29793
2102
71
330

Music

Download

Comments

zeleke.gana
Zeleke Gana :
aban,kiy,bar,71,bite,gibra,2017,,motman,lafa,dabrse,kene
2026-10-21 14:28:28
0
user114917033130
user114917033130 :
kabajamoo abbaa seeraa galatoomaa
2026-10-14 07:12:45
0
bekele.feleke5
Bekele Feleke :
lafaa dhalaa kan maatii keenyaa yoo obboleessaa keenyaa hangaafan kartaa keenninee lafichaati waliin fayyadamnaa amantuuman yeroo boodaa obboleessi keenyaa kun yoo dhowwattee mirgaa maaliin gaafannaa?
2026-11-04 12:47:30
0
dejenedebele536
Dj :
Abba seeraa mee wàan kanaa naaf debisii.lafa tokko wagaa sadiif kirfadhee Wagga tokko nyadhee wagaa lamaf dhaltuumaadha gadii nuuf dhisii naan jidhan. kana hoo seerii maal jedhaa
2026-10-10 14:17:11
0
tade.2155
Tade 21 :
galtomii nuf jiradhuu
2026-10-11 17:20:41
0
ararsosaid4
Ararso said :
Jabaadhuu
2026-10-31 15:02:35
0
kesim.husen94
Kesim Husen :
amaa dhugaa dubattee
2026-10-24 16:53:54
0
ayyu.man45
Ayyu man :
kiyyas naaf hin deebine K/A/ seeraa
2026-10-15 17:50:10
0
ali040261
Ali :
10 moo 15
2026-10-09 12:00:41
0
mhamed.mkonen.mha
Maammee maammitti :
kabajamoo Abbaa seeraa guddaa galatoomi barnoota guddaa nuu Kenna jirta 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
2026-10-09 16:20:28
0
kemalamin65
Kamaal Amiin :
K gorsaa seeraa lafa abbaan koo gaa ila irratti naaf kenne kaartaa irraa hin qabu maqaa koon kireessuu dandahaa
2026-10-09 11:12:39
0
kootis2730
kootis2730 :
maaloo naaf deebisi ani qabeenyaa abbaa kiyyaa dhaaltummaa hin mirkaneeffanne garuu ofumaa obboleessa kiyya waliin addaan fudhanne harka caala inni fudhate ani immoo fedhuma kiyyaan xiqqoo irraa fudhadhe itti fayyadamu ergabeegalle waggaa 9 rakkoo qabaa?
2026-10-09 12:31:33
0
user631504290
bilisumaa :
kaa amma himii jijiramee jira
2026-10-09 21:36:45
0
user2352872195736
meelaalaa Damissuu :
galatoomi kabajamoo g
2026-10-10 04:21:07
0
fekadu4299
ዬ ስምቱ ልጅ 💯✅24 :
bilbilaa nuf ka,aa mee
2026-10-09 12:39:17
0
leensaa.shuguxa
Leensaa Shuguxa :
jiradhuu😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
2026-10-09 13:31:08
0
g8844836
g :
yes
2026-10-09 16:51:35
0
mhamed.mkonen.mha
Maammee maammitti :
garuu kabajamoo gaaffii sii gaafadheen turee naa hin deebiisnee
2026-10-09 16:21:15
0
rashaad.amaan7
Rashaad Amaan :
hey 👋
2026-11-08 16:27:59
0
doj830
doj830 :
kabajamo abbaseeraa gafiin kana yeroo bay,een sigaafachaaturenaf hin debisne maloo naaf deebisaa.anii akaakayyu koon dhaleture,,yeroon dhaala kana fudhadhu hadhamana hin fuune ammagaru fuudhee hijjolle shanan qaba.garuu isaanirra adda ba,ee jiraachuu ergan hegalee Wagga 10 gutu qabenyicha san adhamanatotiratan gateture.gibiri garuu maqadhumakootin waama Amma garuu lafakoo hiraa fudhachuu wanaan barbadeef isheen narra hirachuu nidandesi Malo naf debisi
2026-10-09 11:41:11
0
userobsinaan1
U̳s̳m̳a̳a̳n̳ h̳u̳s̳e̳n̳♥♥♠🌃🕌 :
Galatomaa nuf jiraadha [Like][Like]
2026-10-10 12:08:29
0
fozy.aman
fozy Aman :
Abbaa seeraa gaafiin kiyya isin bira hin geenyee moo Abba warra haadha warra fudhee wagga kudhani ol wajjin turani oso ilma irra hin argatini yoo abbaa warra du'e qaabeenyi isan waliitti horatan hati warra isa gutumati fudhachuu dandeesi moo seerii mal jedha maloo
2026-10-09 10:43:27
0
kedirarsirobbe
dhuga dubadhu oromo :
obolesa koo anii kaan jedhu kenaa gailaa yoo siif kenne boda wagga sadii fayyadamte boda sii yoo dhorgate akkami
2026-10-27 13:21:57
0
kesim.husen94
Kesim Husen :
sobaa
2026-10-24 16:53:35
0
laliiii320
Laliiiii :
yoo Kan maqaajijirate taehoo gafachu Nan dandaa
2026-10-09 10:19:28
0
To see more videos from user @aberathelawyers, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos


About