@prosperitympp: Godina Kibba Lixa Oromiyaatti oomisha bunaa toonii kuma 779 ol sassaabuuf hojjetamaa jira. Hoggantootni olaanoon Godina Kibba Lixa Oromiyaa Aanaa Limmuu Kossaatti hojii misooma bunaa daawwataa jiru. Daawwannaa kanaarratti kan argaman Sadarkaa Pirezidaantii Ittaanaatti Bulchaa Godinichaa Doktar Rashaad Kamaal buna qulqullina qabu funaanuun qulqullinaaf baayyinaan gabaa alergiif oolchuun sharafa alaa biyyaaf argamsiisuu fi galii qonnaan bulaas guddisuuf hojjetamaa jiraa jedhan. Keessumaa buna sanyii filatamaa babal'isuu fi oomisha argamus qulqullinaan sassaabuurratti hojjetamaa jiraa jedhan. Kanaafis oomisha biyya keessaaf olu aleriidhaan guddisuuf hojjetamaa jiraa jedhan. Godinichatti bara kana oomisha toonii kuma 779 ol argachuuf karoorfamee sassaabbiin oomishaa eegalamuu ragaan waajjira qonna godinichaa nii mul'isa.

Mattu City Prosperity Party
Mattu City Prosperity Party
Open In TikTok:
Region: ET
Saturday 17 October 2026 09:09:06 GMT
4223
192
5
2

Music

Download

Comments

jibril.dhuguma
Jibril dhuguma :
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
2026-10-23 22:45:53
0
maammee238
Mohammed Husen :
🥰🥰🥰🥰🥰
2026-10-18 08:00:41
0
anwaarkadir0
oromoo king :
[Red heart][Red heart][Red heart]
2026-10-17 18:57:35
0
user4719709914786
user4719709914786 :
🥰🥰🥰
2026-10-17 13:14:45
0
ajaaib.limmuu
Ajahib limuu :
❤️❤️❤️❤️❤️
2026-10-23 12:23:44
0
To see more videos from user @prosperitympp, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos


About