@baharabdi59: 🇪🇹 🇨🇦 📢 በካናዳ ለምትኖሩ የኢትዮጵያ ዳያስፖራዎች በሙሉ መልካም ዜና፡ Moneytos ይፋዊ አገልግሎቱን ጀምሯል! በዚህ የክረምት ወቅት በቤትዎ ሙቀት ሆነው፣ በሰላም እና በፍጥነት ወደ ሀገር ቤት ገንዘብ ይላኩ Moneytos በካናዳ ለምትኖሩ የኢትዮጵያ ማህበረሰብ አባላት የተዘጋጀውን አስተማማኝ እና ፈጣን የገንዘብ ማስተላለፊያ መተግበሪያ በይፋ መጀመሩን ስናበስር በታላቅ ደስታ ነው! አሁን የካናዳው የክረምት ቅዝቃዜ እና በረዶ ሳይበግራችሁ፣ ረጅም ሰልፍ ሳትሰለፉ እና ወደ ወኪል ቢሮዎች መሄድ ሳያስፈልጋችሁ በስልካችሁ ብቻ ለቤተሰቦቻችሁ መላክ ትችላላችሁ። ለምን Moneytosን ይመርጣሉ? • የክረምት ምቾት፦ በብርዱ ወደ ውጭ መውጣት ቀረ! በፒጃማ- ከቤትዎ ሳይወጡ በሰላም ገንዘብ መላክ ይችላሉ። • ግልጽ የምንዛሬ ተመን፦ የዕለቱን ተወዳዳሪ የምንዛሬ ተመን ወዲያውኑ በግልጽ ያያሉ። ምን ያህል እንደላኩ እና ቤተሰብዎ ምን ያህል እንደሚደርሳቸው አስቀድመው ያውቃሉ። • ምንም የተደበቀ ክፍያ የለም፦ ፍጹም ታማኝነት መርሀችን በመሆኑ፣ ምንም አይነት ያልታሰበ ወይም የተደበቀ ተጨማሪ ክፍያ አይጠየቁም። • ቀላል አጠቃቀም፦ አፑን ከጫኑ በኋላ የሚመጡትን አጫጭር መመሪያዎች ደረጃ በደረጃ በመከተል በጥቂት ደቂቃዎች ውስጥ መመዝገብ ይችላሉ። በ3 ቀላል ደረጃዎች ገንዘብ ይላኩ፦ 1. ያውርዱ፦ የMoneytos መተግበሪያን (App) በስልክዎ ላይ ይጫኑ። 2. ይመዝገቡ፦ ቀላል የሆኑትን መመሪያዎች ደረጃ በደረጃ ይከተሉ። 3. ይላኩ፦ የምንዛሬ ተመኑን አይተው በአንድ ክሊክ (ጠቅ) ብቻ ወዲያውኑ ይላኩ። 📲 የአገልግሎቱን ጥራት ዛሬውኑ ይመስክሩ! የMoneytos መተግበሪያን ከApp Store ወይም ከGoogle Play ያውርዱ። 🇪🇹 🇨🇦 📢 Oduu Gammachiisaa Hawaasa Diyaaspooraa Itoophiyaa Kaanaadaa Keessa Jraattaniif: Moneytos Hojii Isaa Jalqabeera! Waqtii Ganna Kana Keessa Mana Keessan Taatanii Gammachuun Fi Ariitiin Gara Biyyaatti Maallaqa Ergaa Moneytos hawaasa Itoophiyaa Kaanaadaa keessa jirataniif tajaajila ergama maallaqaa amansiisaa, ariifataa fi qulqullina qabu bifa moobaayila appilikeeshiniitiin jalqabuu isaa gammachuun labsika. Kana booda dhaanquraa fi cabbii Kaanaadaa keessa deemsa deemuu, sarara dheeraa hiriiruu fi gara waajjira dhaquun hafeera. Maaliif Moneytos Filattu? • Mijataa Waqtii Ganna Keessaa: Qorri qaxxaamurtanii gara alaa ba'uun hafeera! Piijaamaa uffattanii jirtan osoo hin jijjiirin mana keessan taatanii maallaqa erguu dandeessu. • Giddu-gala Gurgurtaa Ifa Ta’e: Giddu-gala gurgurtaa guyyichaa dorgomaa ta'e battaluma sanatti ifatti argitu. Maallaqa hammam akka ergitani fi maatiin keessan hammam akka qaqqabu dursitanii beektu. • Kafaltiin Dhokataan Hin Jiru: Amanamummaan keenya hojii keenya waan ta'eef, kafaltiin tasuma hin yaadamin ykn dhokataan isin hin gaafatamu. • Fayyadama Salphaa: Appii erga feetanii booda qajeelfama salphaa sadarkaa sadarkaan dhufoo hordofuun daqiiqota muraasa keessatti galmaa'uu dandeessu. Sadarkaa Salphaa 3n Maallaqa Ergaa: 1. Buufadhaa: Appilikeeshinii (App) Moneytos moobaayila keessan irratti fe'adhaa. 2. Galmaa'aa: Qajeelfama salphaa sadarkaa sadarkaan dhufoo hordofaa. 3. Ergaa: Giddu-gala gurgurtaa ilaaltanii kilikii (tuquu) tokko qofaan battalatti ergaa. 📲 Qulqullina tajaajila keenyaa har'uma mirkaneeffadhaa! Appii Moneytos 'App Store' ykn 'Google Play' irraa buufadhaa. #money #transfermarkt #moneytos #fypシ #foryou @bashe🦋 @FIRNAS-OROMO 🌳 ☆ @oro🤍 @babaa-hajii🤟👉👁✊️🦾 @B.D @E🍫 @bari asu🤍🌹 @Obsee Y🦋🇰🇪 @Blacky💎 @Bahar Kassim @Yasmin Abdurahman👸💎 @Abdulmalik
Bahar Abdi Mume
Region: ET
Saturday 17 October 2026 15:45:24 GMT
Music
Download
Comments
B.D :
Nu khasarsika. 🤣
2026-10-17 18:51:25
0
bari asu🤍🌹 :
Tate😂
2026-10-20 02:49:33
0
Ř ..JB🔥 :
🥰🥰🥰
2026-10-17 15:52:00
1
𝐍𝐔𝐇𝐎_911 💎 UK 🇬🇧 ☠️ :
[Heartwarming][Heartwarming][Heartwarming]
2026-10-17 15:55:45
1
HAMZA/A🦋 :
🥰🥰🥰
2026-10-17 16:23:16
1
S :
🥰🥰🥰
2026-10-17 16:37:21
1
Sora🍫🍫🎀 :
🥰🥰🥰
2026-10-18 06:49:09
0
Emu oro :
🥰🥰🥰
2026-10-20 05:36:13
0
Hamza1 :
🥰🥰🥰
2026-10-26 16:49:24
0
habibii koo :
🥰🥰🥰
2026-10-18 16:22:32
0
ƘÄŁÂÂ💦 :
💞💞💞
2026-10-21 14:46:19
0
يسر 🎀🦋 :
❤️❤️❤️
2026-10-18 15:14:34
0
sifan :
❤️❤️❤️
2026-10-19 08:19:09
0
Obsaa king :
🥰🥰🥰
2026-10-18 06:18:00
0
Ranu Qashti :
🥰🥰🥰
2026-10-18 04:50:05
0
❧F̳I̳R̳O̳O̳M̳S̳A̳⍟M̳E̳D̳I̳A̳❥ :
🥰🥰🥰
2026-10-17 21:16:13
0
Hamdii Oro👌 :
❤️❤️❤️
2026-10-17 19:58:14
0
₩ ubeydaa king💞💞💞 :
🥰🥰🥰
2026-10-17 20:56:39
0
Same HR💧 :
👑👑👑
2026-10-17 18:40:29
0
Same HR💧 :
🥰🥰🥰
2026-10-17 18:40:28
0
Ummu~Bahar :
[Red heart][Red heart][Red heart][Heartwarming][Heartwarming][Heartwarming][Pray][Pray][Pray]
2026-10-19 19:07:54
0
To see more videos from user @baharabdi59, please go to the Tikwm
homepage.