@nuruboru1: Kunoo dhugaan jirtu tana addunyaan guutun nuu arga!Humnitii badii Liyyuu Hayilii Soomaliitii fi shiftaan #Alshabaabiif_Alqaadiyaa ta Kalee Uumata nagaa irraatti lol•a bante, Hardhaallee karaa hedduun uummata hadhuutti jirti. War••aanni kun waraana Somaalee qofaa osoo hin ta’in, mootummaan Naannoo Tigraayillee harkaa keessaa qaba. ‎ ‎Akka war••anni Tigraay harka keessaa qabuun ragaatu jira. Ragaan guddaan reeff•a nama du•ee keessaa waraqaa eennummaa(mattaawaqiyaa) keessaa fuudhame irraatti barame. Kun ragaa guddaa dha. ‎Hanga saatii ammaatti, Dira/magaala Mooyyalee Caamuqi, Ganda 01, Ganda 02, Layee taraatti meeshaa gugurdaan uummata hadhuutti jirti. Areero Ooblo, Malkaa gubaa, Waacille Cophii Lola jajjabaatti itti deemuutti jira. ‎Shiftaan badii Liyyuu Hayiliin Soomalii Meeshaa gugurdaa mootummaan qofti hidhatu ka akka Diishkaa, Baasuqaa, Snaper fi meeshaa humna guddoo qabu dhibiin uummata hadhuutti jirti. ‎ ‎"Uummatii Oromoo bal'aan, Uummatii xoophiyaa fi addunyaa Duula qindaawaa Nurratti baname kana nuu birmadhaa" jedha Boorannii. #alaabaan_naannoo_soomalee_oromiyaa_keessaa_ha_buqqaatuu #moyyaallee

Nuru Boru Guyo
Nuru Boru Guyo
Open In TikTok:
Region: ET
Friday 23 October 2026 09:59:17 GMT
18604
1121
38
446

Music

Download

Comments

dhugaan1ma5
Wario Christ servant ✝️🙏 :
Meeshaa kana harkaan hin qabatan jedhan summii qaba🥺
2026-10-23 10:29:43
2
tyleriye
Boru Tuni Dabasa(Ian) :
nuu Kaayyoomsi waqa 💪✋🔥🔥
2026-10-23 13:13:50
0
abdi.gadaa51
Abdi gadaa :
[Crown][Crown][Crown] timdoon diina keenya
2026-10-23 11:45:26
1
guyo.qici
@Guyesa Oro👌 :
kanumaa
2026-10-23 10:27:29
0
moluboru0
molu 🇪🇹🇬🇧 :
Oromoo king 👑
2026-10-23 11:01:53
0
baby533042
Baby :
kkkkkkkkkkkkkkkk
2026-10-23 20:50:59
0
korbesa.oro
Korbesa Oro❤️💚❤️ :
kanuma
2026-10-23 10:20:40
0
hussein.hassan483
Hussein Hassan :
kkkkkkkkkkkmk
2026-10-23 17:33:54
0
hinda.husen0
Hinda Husen :
😂😂
2026-10-23 18:24:57
1
firoojamaal600
ifraaha shaariif🦋🇬🇦🦋 :
2026-10-23 12:20:56
0
firoojamaal600
ifraaha shaariif🦋🇬🇦🦋 :
2026-10-23 12:20:53
0
firoojamaal600
ifraaha shaariif🦋🇬🇦🦋 :
2026-10-23 12:20:58
0
mihran.boss
Naanaty qurux❣️ :
garuma sikaachu jira hate rai
2026-10-23 10:34:06
0
badhaaso54
badhaaso oro :
😂😂😂😂😂😂😂😂 ergifadhaakaa isinis nama
2026-10-23 14:27:43
0
hawty20
☪Abbaa↪Falmata🔐🥀 :
seeri isaa akkas jedha. "Wanti kun qaamaan yoo si mudate, hin tuqin, hin sochoosin, hin jeeqin. Rasaasa waraanaa baayyee jijjiiramaa ta’ee fi osoo hin eegin dho’uu danda’uudha."
2026-10-23 13:32:59
0
eduardmendye
Unbreakable :
Amma harka irratti si dhukaahee hoo?
2026-10-23 11:28:44
0
hawty20
☪Abbaa↪Falmata🔐🥀 :
OG-7V "Oskoloch jedhama masaraa gurguddaa
2026-10-23 13:29:03
0
boranaking12
🌳𝐁𝖔𝖗𝖆𝖓𝖆 𝐤𝖎𝖓𝖌💥🕸 :
Erigefanani fidatee
2026-10-23 17:05:14
0
aarkamaano
AARKA MAANO :
mesha dhisi si salan 😁😁
2026-10-23 11:07:22
0
jilo_kalicha
Jilo Kalicha ✝️🌸 :
🙏🙏🙏
2026-10-23 10:06:22
1
tofik.h8
Tofik H :
🥰🥰🥰
2026-10-23 14:11:48
0
zamzam.mamad6
zamzammamad :
🥰🥰🥰
2026-10-23 19:10:56
0
tofik.h8
Tofik H :
❤️❤️❤️
2026-10-23 14:12:03
0
alaa.jaafar14
AALAA 💲JAAFAR 《💲》 :
[Heartwarming][Heartwarming][Heartwarming]
2026-10-24 09:51:39
0
user5194991577479
[email protected] :
🥰🥰🥰🥰🥰
2026-10-23 10:26:15
0
To see more videos from user @nuruboru1, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos


About