@sifu.amboo:

Sifu Amboo
Sifu Amboo
Open In TikTok:
Region: SA
Saturday 31 October 2026 04:02:13 GMT
234222
18678
2452
4435

Music

Download

Comments

beshadug.orth1
Beshadu G. Orthodox🙏⛪️❤️ :
Anii obboollesa 4 qaba gaaru waaliin hin haassofnu kan akkaa koo jiira?
2026-10-31 09:42:12
297
obsee748
obsee🫅 🍫💥 :
Ijoolleen biyyaa araba firaa hin qabdu💔💔💔🥹🥹🥹🥹
2026-10-31 06:27:10
451
gizachew109
Warra Lixaa SHaggaar :
Yeroo tokkoo tokkoo alagaa wayyaa
2026-10-31 05:24:44
179
siifuu760
𝑺𝒊𝒊𝒇𝒖𝒖❤️‍🩹M💞🫂 :
Ani dhugaa oboleesa koo wajiin hin hasahuu
2026-10-31 06:02:40
264
oliif.bekelee
oliif Bekelee :
wayinee namnii akakoo ittii dhagamee jiraa garu 😭😭😭
2026-11-01 09:39:43
0
mazaa.or
Senaa🇨🇦 ☦️21💒🙏🏿 :
l love my bother tokicha ko💘
2026-10-31 05:54:19
82
user738746038366
obsii jalduu 💯😘🥹🇸🇦😚 :
Dhuga aniyu obolesa koratan galcha jiraa waga 2 gutufan kino😭😭🥹🥹😳😳😳😳😳🫢🫢
2026-10-31 08:17:14
40
rahimakuc6m
boni👑👑👑 :
wly yo biya araba demani matini Dina namati ta,a me wori aka ko[Crying]
2026-10-31 20:28:34
25
jiraa.hundaa.bacha031
saabontu arsii robee🤕🙏♥️ :
Anii waa isiin gafadhuu hagumaa fetaa yoo biyaa arbaa turtaan obollesii kessaan nyatuu wayaa moo chikii yokiin jaalaleen kessaan nyatuu wayaa mee naa debisaa warrii commantii koo argitaan 😳😁😁
2026-10-31 16:09:33
12
bonttuuoro
Bontuu oro salalee.my.lo🖤❤️🤍 :
wayooo obolesa jechun binesa jechudha
2026-10-31 04:18:38
105
user8280854699894y
Habiba Tasfayee :
wayyoo wayyoo nittii
2026-11-01 11:04:02
0
keekii.best
Hanni Nafii :
wly dhugamaa jeete
2026-11-01 08:03:04
0
yeshi.nigusse
Senaa shawaa :
dhugaa ketii anii ajeeseen du.aa🙃🙃
2026-10-31 05:12:12
40
liza.ammee
Liza Ammee :
uuuuuffffff ya Allaah [Crying][Crying]
2026-11-01 16:03:32
0
liyyuu.tulluu
liyyuu koo :
anatuu kanaa jiraa 😭😭😭😭😭
2026-10-31 07:26:13
16
nuurishaoroo
NUURIYA🔥 :
obbolleessa jechuun bineessa
2026-10-31 09:32:24
16
tigist.balalaxaa
obsinanii♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️ :
anni kanumaa sodadhee birri harkati badhee taha jirra amma ofuu sodadhee arbnuu nati qayaraminu jedhe birri bayye harkaa qabaa uuuufff nama moo💔💔💔🥹🥹
2026-10-31 09:53:58
5
ac18406
Boonii😍 :
Obbolesi hundi tokko miti waaqa an ergan dhufee acaontiyu inqabu obbolesakoratin erga waaqni umurisa naaf haadheeresu obbolesiko anaaf ijakoti waaqa🥹💗👭💗
2026-10-31 09:46:11
8
hayatbeast
Hayat JM,🇰🇼 :
😭kalaas dhugan jirtu kanuma
2026-10-31 04:54:11
12
xayyibakamalabddu
nasiraa kamal :
Wly obboleessi uttu abban keenya hin jirree bineessaa silumaa biyyo, haa nyatuu😭😭🙆‍♂️🙆‍♂️
2026-10-31 10:28:07
9
samira.tamam1
Gifti samira🔥 :
wlh isaa wolin mana san gubuu qabdi
2026-10-31 07:24:03
8
klshii.hjjiiklshii.hjjii
sanyii janjesaa dinaa :
uuuuuf dhugaa keetii wolyii lubuu koo garaa naa gubatee
2026-10-31 06:05:24
5
genet1007
Akka dukaneti hin hafuu :
Nan gubba dhugaa waqayoo osoo ana ta,e bade😭😭😭
2026-10-31 05:33:28
6
shogewaqgari
simboo Fqr❤️🔐👈 :
an bagumaam wajjin asawuu dhiise Nan jaladha garuu obbolessako🥰🥰
2026-11-01 06:20:43
0
user7910813614261
راضية هاجو :
😭😭😭😭😭😭😭
2026-10-31 23:47:57
1
To see more videos from user @sifu.amboo, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos


About