@kaameettiipodcast: Hunda dura kan sii qaqqabu maallaqa keeti! Maallaqa kee akkamitti akka bulchitu beekuun murtoo jireenyaa kee fi egeree kee irratti dhiibbaa guddaa qaba. Obbo Baqqalee Fufaa waliin hubannoo faayinaansiif dhimmoota biroo irratti mari’anneerra. Guutuu sagantaa kanaa YouTube kaameettii podcast irraa daawwadhaa!
Kaameettii podcast
Region: ET
Saturday 31 October 2026 18:33:41 GMT
Music
Download
Comments
Toltuu :
dhisiiFirrii dhiyooo Yesuusii qofa dhaqabaa yeroo hundaa...Yesuuskoo😘😘🥰🥰🥰🥰🥰
2026-11-01 05:07:28
40
Hiko.✝️🤲 :
me waqayyoo cala warrii jettan
2026-11-01 05:33:00
9
Raba :
bitter truth
2026-11-01 19:27:16
0
💗💗adis ❣️ :
dhuga dha🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
2026-11-02 04:21:18
0
@jalane :
Jechuu kun baayee soba anaaf garuu isaa gudaa waqayoo dha
2026-10-31 19:29:14
30
FiroomsaNasiir :
dhugadha dubbatte
2026-11-01 19:07:14
0
dilbo@11 :
firrii dhiyoo Yesus qofa
2026-11-01 13:15:14
2
ƊiŔo_₁9🤲 :
Firri dhihoon Waaqayyoo dha namako.Qarshii sani kan siif kennu waaqadha.
2026-11-01 00:39:24
1
Shemsu Moges :
yeeeeessss
2026-11-01 16:31:16
0
one day 🇹🇷🇹🇷 :
dhugadha
2026-11-01 04:50:22
0
𝗢𝘣𝑠𝘪𝘪𝑛𝗲𝗲𝘁 𝑹𝑎𝘣 :
𝑭𝘪𝒓𝘪𝘪 𝙝𝐮𝑛𝑑𝑑𝑎𝑎 𝑜𝑙𝘪𝘪 𝑦𝗲𝑠𝐮𝑠 𝑞𝑜𝗳𝑎𝑎
2026-11-01 09:25:14
1
MY god help me :
naaf firii dhihoo koo Yesuus kootii dhugaa Waaqaa jiraata
2026-11-01 09:44:12
2
Semeter Ismail :
yeeees Walhiii dhugakeesani
2026-11-01 09:10:41
1
Singer Getane Negu Negasa :
dhugadha waqayyoon gaditti Mallaqaa
2026-11-01 16:56:46
1
rich :
firri dhugaa yesus duwwaadha
2026-11-01 09:43:36
1
Famisha💥💥💥💥💫🫶 :
dhugadha dubbatte
2026-11-01 21:32:52
0
Behar taju <---> :
dhugaa
2026-10-31 22:37:38
3
Alamudin Aman :
exactly ❤️❤️❤️❤️
2026-10-31 21:09:52
2
mahir15 :
Exaktly
2026-11-01 10:01:37
1
biniyam Jesus :
hundaa sursaa kaan dafee naama qaqabuu yesusii
2026-11-01 04:17:48
0
Samus Oro :
dhugaa jettan
2026-10-31 20:17:19
2
xuriyee oro🦋♥️🔐🇦🇪🖇️ :
yes 🤎
2026-11-02 06:43:56
0
Dawee Adisu :
Firri Dhi'oo Anaaf Yesuusidha Yesuus Gadiiti garuu Malqaadha
2026-11-02 07:14:41
0
boni Dereje :
dhugadha
2026-11-02 06:27:32
0
Chef Festa :
yetemare sew🤗
2026-11-02 05:25:46
0
To see more videos from user @kaameettiipodcast, please go to the Tikwm
homepage.