@agsgshshffjh: #oromotiktok❤️💚❤️ethiopiantiktok

selam
selam
Open In TikTok:
Region: ET
Sunday 01 November 2026 07:03:37 GMT
87496
2280
165
910

Music

Download

Comments

eba.yosef8
Eba Yoseph :
garuu inumamo jiraatama galatasa 🙏🙏
2026-11-02 16:10:02
4
lamechatadasa
lamechaa tadasa :
garuu mindan anii nyadhuu 6000😂
2026-11-02 12:39:21
3
napo..4747
GELAN W/G :
waggota 3n dhufan 80,000 nama tokko ji'atti akka hin jiraachifne beekamaadha!! garu maal gochuun akka danda'amu inni furmmaata 1, hojii qacarri bukkeetti hojii daldala eegaluu, innis xinnaa irraa eegalu in danda'ama! innis baasi kee guyyaa guyyaa zinneessa! 2, hojiwwan halkan hojjatamuu danda'an, garuu guyyaa namni biraa bitachuu dand'u hojjachuu!! 3, baasiwwan bakkeetti baasan kanneen akka! nyaata, buna, transport(bicycle fayyadamu hanga 10km-15km) keessayyu dargaggeessi! baasi ni xiqqeessa, sochii qaamaf baay'ee fayyada. 4, gargaasa fi kennaa galata hin qabne eenyumaafu kennuu(baasu) dhiisuu! TOFTAADHA🙏🙏🙏🥰🥰
2026-11-02 17:07:31
2
worku506
Worku (Radiology) :
hirbaata hoo bro
2026-11-02 15:38:02
1
abdisago5
Âɓɗịśā ĞŌ🦋 :
gati jima iti dabali👌
2026-11-02 16:48:03
2
jiregna.fufa
Jiregna fufa :
jirachisaa waqayyoo isaf salphadhaa akkamitii akka jirachisu bekaa🥰🥰🥰
2026-11-02 12:27:10
1
aster.chalchisa0
Aster :
kardi mobayiliho
2026-11-02 09:01:29
2
firaolfuad2
@firaol💥BD🗯 :
jimaa hoo bro😂
2026-11-02 17:26:25
1
naadursiiwaqaakoo2
Firomsa Garema :
kanaf halkaniif guyyaa hojadhuu
2026-11-01 18:31:46
2
josiiman35
Josii 22 :
Dhugadha
2026-11-02 16:51:12
0
dev.man36
Dev man🤞💪💪 :
naa betaa moo bro😁😁😁😁😁
2026-11-02 13:33:46
1
yaraabbinumilkeysii
siko mando :
akam gonuree
2026-11-02 14:27:31
0
user3398074491697
@DevGirma :
dhiifama ani keessaa ba'e
2026-11-02 15:58:11
0
firaol215
RAHEL TESEMA :
bishaan in dhugamu moo
2026-11-02 14:19:56
0
sabaan.boon32
Sabaan boon :
uuuufff jiruu
2026-11-02 15:07:43
0
hafaa161
Hafiz Zenu TMN🎤 :
Jiraachisan Rabbumaa
2026-11-02 12:43:06
0
teferi154
@ Teferi 154 :
homa mitii kanumanu galataa isa
2026-11-01 18:40:39
1
abdujje.ahmed
Abdujje Ahmed :
180*2=360 ta, a
2026-11-01 18:21:36
0
kadiir.41
kadiir 41 :
kaardiin bilbila ho
2026-11-01 16:13:03
2
haile46318
Haile :
laqana ho akkam goote
2026-11-01 15:52:07
1
tolli71
Tolli :
waqayyootuu namaste jiraa chisaa
2026-11-02 14:52:29
0
birhanu.ofii94
Birhanu Adugna🏥🌅 :
garuu waan tokkoo dagaate Laqaana hoo?🥰
2026-11-02 16:22:17
0
mamee4me
Mohammed Aman :
barcaan hoo tola moo
2026-11-02 16:56:31
0
abdii.kena7
Amansisaa mucaa sabbataa :
kaan koo 30000 dhugaaf yoo tahee
2026-11-02 17:06:21
0
To see more videos from user @agsgshshffjh, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos


About