@asliarsihasaasa1: #viralvideo Oduu Oman – October 30 | Boolee Airport Har’a ganama irraa eegalee namoonni 80 ol deebi’uu isaanii ilaalchisee yaaddoon guddaan uumamee ture. Namoonni hedduun, “Omoon hin cufamnee moo?” jechuun sodaa fi shakkii guddaa keessa turan. Haa ta’u malee, hanga ammaatti odeeffannoo argameen, rakkoon uumame sirna QR Code hojjechuu diduu irraa kan ka’e malee, sababni biraa akka hin jirre hubatameera. Sirni kun guyyoota muraasa dura illee yeroo tokko rakkoo kanaan wal fakkaatu uumee ture. Har’as rakkoon sirnichaa mudachuu isaatiin namoonni ganama irraa eegalee Boolee Airport turan hedduun yaaddoo keessa galaniiru. Kanaafuu, namoonni hundi odeeffannoo sirrii argachuuf tasgabbaa’uu qabu. mana follow godhaa nufaana bua.a?

Tahir Amano 🇴🇲& 🇹🇷 &🇬🇷
Tahir Amano 🇴🇲& 🇹🇷 &🇬🇷
Open In TikTok:
Region: OM
Sunday 01 November 2026 15:00:50 GMT
2926
69
12
65

Music

Download

Comments

gute.gutema2
Gutema Arsii lixaa :
furmaanni rabbi bira
2026-11-02 15:50:18
0
sar4303
sar Isak ❤️💚❤️ :
wlyi bagaa cufaamee dhuftanii rakkachuraa
2026-11-02 15:51:27
0
nafi11497
RAYYU🚫🇹🇷🇹🇷 :
dhugamaa garu
2026-11-02 15:54:18
1
seyfishaagoo
seyfishaa liverpool 🇴🇲 :
me wllhi dhugaadhaa an muluu dybbiseejira
2026-11-02 09:49:30
0
musxafaa.siraaj
obsii furtuu wa hundaatii!!!💓 :
dhugaamaa mo ufii
2026-11-01 15:15:47
0
nu.waliif.nu.wali
𝕒𝕞𝕡𝕦𝕝𝕒𝕟𝕤𝕚 𝕒𝕣𝕒𝕓𝕒 :
𝐧𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐦𝐚𝐥𝐚𝐪𝐚 𝐛𝐚𝐚𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐦𝐚𝐥𝐞 𝐨𝐬𝐨𝐨 𝐫𝐚𝐛𝐮𝐮 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐞 𝐜𝐮𝐟𝐚𝐦𝐭𝐞𝐞
2026-11-02 13:13:34
0
faxumaumar816
shoddee gurbattii warraa wallo :
🤲🤲🤲
2026-11-02 14:57:21
0
ikiram.jamal
ikiram jamal :
[Heartwarming][Heartwarming][Heartwarming][Crying][Crying][Crying]
2026-11-01 15:10:30
0
tokichaarsikotajaladha
abdisha ke❤️‍🩹 :
🌹🌹🌹
2026-11-02 15:36:29
1
To see more videos from user @asliarsihasaasa1, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos


About