@worldinsight4: Maqaansaa Xu Chenhong (Xiao) jedhama. Lammii China ti. Abbaa isaa ijoollummaatti dhabe. Harmeen isaa nama biraatti heerumtee gattee deemte. Obboleessa isaa angafaa waliin rakkinatti guddatan. Sababa humna gahaa dhabeef barnoota addaan kutuuf dirqame. Garuu jireenyaarraa abdii hin kutanne. - Umuriin isaa waggaa 24 taanaan jaalalallee isaa waliin cidha godhachuuf qophaa'e. Maallaqa cidhaaf barbaachisus qopheeffate. - Obboleessa isaarraa kan darbe fira dhihoo hin qabu. Qofaa dhaabatee cidha godhachuu yaadda'e. Galmi xiqqoon inni cidhaaf kireeffate duwwaa ta'ee cidhi koo fokkisa laata jedhee dhiphate - Kanaafuu, miidiyaa hawaasaatti bahee, "Obboleessa koorraa kan darbe fira hin qabu, cidha koo koottaa" jedhe. Achii booda wanti ta'e ajaa'iba! - Namoonni kuma kudhanii (10,000) ol ta'an China kutaa addaa addaarraa cidha isaarratti hirmaachuuf gara ganda gurbaa kanaatti imalan. Gandi xiqqoon sababa keessummaaf bakki wal hanqate. - Gandi kun ibsaa tiraafikaa hin qabdu turte. Sababa cidha kanaatti konkolaataan akka itti socho'u dhabnaan bulchiinsi ishee ibsaa tiraafikaa bakka sadiitti dhaaban. - Tajaajilli internet 5G satalaayitiirraan ganda kanaaf akka tajaajila kennu taasifame - Namoonni cidha kanaaf dhufan hunduu nyaata cidhaaf barbaachisan gosa addaa addaa, meeshaalee manaa, horii (saawwa, hoolaa, re'ee, lukkuufi kkf), akkasumas maallaqa guuranii deeman - Chef (namoota nyaata hojjetan) kan muuxannoo guddaa qaban lakkoofsaan 40 caalantu achitti wal ga'ee warra waamicha dhufaniif tola nyaata qopheesse - Cidhi kaleessa Onkolooleessa 31, 2026 raawwate kun cidha haga ammaatti China keessatti geggeefame keessaa isa guddicha jedhame. Gurbaan sila qofaa koon cidha godhadha jedhee yaadda'e, sababa namaafuu afuura baafachuu dadhabee dafqi illeen coccobaa oole. Gaafa Rabbiin si yaadatu biyyatu daboo siif baha! Seenaa keetu haara'a! Rabbiin si haa yaadatu! #ethiopian_tik_tok🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #oromotiktok #fyp #fyppage #fyp

World Insight🌐
World Insight🌐
Open In TikTok:
Region: ET
Monday 02 November 2026 14:37:23 GMT
39105
1643
66
140

Music

Download

Comments

gaaftokko99
KEYRIMAAFi :
Dhiifama🙏"Gaafa Rabbiin siyaadate" hin jedhamu❌وما كان ربك نسيا
2026-11-02 20:07:29
5
samircom39
S.08 :
congratulations
2026-11-03 09:39:03
0
seyfagobazu
gobazu :
duruu cidha kama hiyyeessaa rabbi bareechisa🥰🥰
2026-11-03 08:24:43
4
amandinsa12
Kiyyaa Diinsafaa :
oh!
2026-11-03 09:27:48
1
tesfaye1229
Tesfaye :
waaqayyoo hiyyeessa wajjiin jira🥰🥰🥰
2026-11-03 08:17:14
2
imraannuuraddiin1
Imraan Nuur🌤😊 :
🤲🤲🤲🤲sanyii koo
2026-11-03 08:33:12
1
aroo03228
Aroo🔥❤️ :
Galtaa waaqayoo🙏🙏🙏🙏
2026-11-03 06:52:13
1
user2953754258609
@ashe08124 :
dhugaadha nu haa yaadatuu🙏🙏🙏🙏🙏🙏
2026-11-03 05:55:13
1
kabtamgmesitolosa1502
Kabtamu G (Civil Eng,PhD) ካብታሙ :
Namummaa.Kanumaa.
2026-11-03 04:03:03
1
beyene477
beyene :
hojiin rabbii ajjaa'iba
2026-11-03 00:24:39
2
fatishaabdulahi
Fatih Abdu Mom tiyya :
uuuuufff aha kan akka rabbi yomiyyu hin argamu
2026-11-02 19:58:21
2
yosef.diriba7
joseph wallagga :
jiraadhu
2026-11-02 17:14:57
2
brightonhavealbion
BRIGHTON &Have ALBION :
Masha Allah
2026-11-02 19:09:48
1
barexman
barexman :
ameeeen
2026-11-02 19:31:59
1
ibsaadasebitata
Ibsaa OMG :
dhuga rabiitti
2026-11-02 17:25:02
1
worku052
GOLD MAN 🇨🇦🇨🇦🇨🇦 :
ameeen
2026-11-02 17:21:29
1
dalagarabbiti
famii best :
2026-11-02 19:10:28
1
jaabir5782633005532
@jabir sh abdulqadir :
Amiim
2026-11-02 17:08:40
1
dassaleny.dhina
Dassaleny Dhina :
ameeeeeeeeeeeeeeeeerrn
2026-11-02 18:02:35
1
soresa.teklu
Soresa Teklu :
amen amen amen walumaanuu sanyii koo
2026-11-02 18:46:48
1
faruke142
faruk ن S.A :
rabbi yoomuu nama hin dagatu
2026-11-02 22:11:31
1
teyib.tm
Teyib TM :
Ulfaadhaaa
2026-11-02 17:56:23
1
yohanis.guddata
yohanis guddata :
ammen ammen 📖📖📖🎚️🎚️🎚️🎚️🎚️🎚️
2026-11-02 17:19:43
1
dhugaa.obsa.arge.j
Alh for evereything :
guutu isa dubbise jiira Ani hoojii Rabbii moo Yaa Alla
2026-11-03 09:15:39
1
yonnedi777
Yonatan Teshome :
Rabbiin hunda keenya haa yaadatu osoo turee bubbulee obsas nun fixachiisin
2026-11-03 03:46:19
1
To see more videos from user @worldinsight4, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos


About