@samiraaajimmagmail.co0: #ethiopian_tik_tok🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #etiquet #fypシ゚viral🖤tiktok☆♡hagamosviralajesus #oromotiktok❤️💚❤️ethiopiantiktok🥰🥰 🦋myvideo Namni maaliif umurii malee harrii baasaa? 》Umamaan keemikaalli hydrogenperoxide jedhamu rifeensa keenya keessatti argama. 》Enzaayimiin catalase jedhamu keemikaala kana gara bishaanii fi oksiijiiniitti akka diigamee bahu godha. 》Umuriin akka guddaataa deemeen enzaayimiin catalase nama keessaa dhumaa deema. Hydrogenperoxide rifeensa keessatti kuufamaa deema. 》Hydrogen peroxide halluu rifeensaa gara adiitti jijjiiraa deema. 》Umurii malee rifeensi kan addaatu yoo waantonni armaan olii kun daddafanii raawwatamanidha. 》Umrii malee rifeensi addaachuun dhukkuba miti! Garuu bareedina (cosmetics) waliin waan walqabatuuf halluuwwan garaagaraa fayyadamuun ni danda'ama. 》Umrii malee rifeensa addaachuun aarii (stress) waliin wal hin qabatu 》Qorannoon tokko tokko hir'ina vitaamin B12 tu fida jedhanii heeru! • Hanqina Vitaaminaa: hanqinni Vitaamin B12 akkasumas hanqinni simintoo (zinc) fi sibiilaa (iron) rifeensi umuriin maletti akka harraawu gochuu irratti gahee guddaa qabu.

#Madiinaa #AmalaQabeettii
#Madiinaa #AmalaQabeettii
Open In TikTok:
Region: AE
Monday 02 November 2026 15:26:04 GMT
512
5
2
1

Music

Download

Comments

gaaffitokk.yookka
꧁❥SOOREETTI Oro🍫👑🤍🦋🇹🇷❥꧂ :
wolhi anii umurini koo 20 amaa garuu rifesii koo arii bich,a😭😭😭
2026-11-02 16:38:58
0
To see more videos from user @samiraaajimmagmail.co0, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos


About