@tsechurch:

TSE church
TSE church
Open In TikTok:
Region: ET
Tuesday 03 November 2026 17:53:47 GMT
40205
7741
441
973

Music

Download

Comments

shugermami09
life is test :
yoom sitti dubbatee😁😁😁😁😁😁
2026-11-04 09:51:51
0
user5599146377048
ifaa waaqayyoo :
ammeeeen ammeeeen
2026-11-04 09:44:47
0
obsinaanhusseenjrayesuus
obsinaanhusseenjrayesuus :
Ani akkuma Saa’ol ture sana, jireenya koo keessatti jijjiirama guddaa keessa jira. Saa’ol nama Yesus ari’atu ture; garuu yeroo Yesus isa waame, jireenyi isaa guutummaatti jijjiirame. Har’as ani nama kaleessaa sana miti. Waaqayyo jireenya koo irratti hojjechaa jira. Dogoggora koo irraa barachaa, gara ifaatti deemaa, nama haaraa ta’aa jira. Ani jijjiiramaa jira; waanan ofii kootiin cimaa ta’eef miti, garuu ayyaana Waaqayyootiin. Kaleessi koo eenyummaa koo miti; Waaqayyo keessatti egeree haaraan na eeggata. 🙏❤️👍👍🙏
2026-11-03 20:26:13
11
chala9792
chala :
ana qamu
2026-11-04 05:43:23
0
teshometemesgen1
Teshome T :
Good message
2026-11-04 03:30:15
0
fuad.bale1
fuad :
wayyooo
2026-11-04 06:14:40
0
singer.ebise.tune
Ebise Tune Official :
ibbidaa wangeelaa🔥🔥🔥
2026-11-03 18:54:35
1
ibsaa_ilmaa_oro
ibsaa ilma,_oro :
ammmmmmeeeeeeee
2026-11-04 06:32:56
0
edii.warsaa
Edii warsaa :
albamii maal jedhuu?
2026-11-03 19:24:30
0
abbaa.milkiitk
Abbaa ምልኪ :
albaatii
2026-11-03 19:21:13
5
ayyuu.tollii
Ayyuu Tollii official :
Yesus Gooftaadha🥰
2026-11-03 19:38:37
4
jiraanuus1
jiraanuus :
iyesus qabsa,a hin jalatumo
2026-11-04 05:27:53
1
jsw402
Sinan :
iyesuus gootadha
2026-11-04 04:54:23
1
robeldebiso
robel(አሴር) :
eyasus sem yebarek
2026-11-03 18:08:25
1
abdiikadiir364
Jesus Is Coming :
wiiii obsiiishaa koo naaf Eebbiifamii qaalii koo jiraaa iyesus
2026-11-03 19:59:28
0
jamalnureek
Tulluu simboo am :
salmii
2026-11-04 03:38:06
0
abdiiabbaacarraa0
Abdii Abbaa Carraa :
lemcaa ko
2026-11-03 18:56:51
1
1mati58
Matwos Man :
ameeeeeeeeeeeeeeeeeeen
2026-11-03 18:39:05
1
obsinaanhusseenjrayesuus
obsinaanhusseenjrayesuus :
Ani nama kaleessaa sana miti. Akkuma Saa’ol Yesusiin wal argee jireenyi isaa guutummaatti jijjiirame, anis Waaqayyo biratti jijjiiramaa jira. Waanan darbeef hin boonu, waanan ta’eefis hin qaana’u; garuu Waaqayyo nama haaraa na gochaa jira. Saa’ol ari’ataa ture, garuu Waaqayyo isa filatee Phaawuloos isa godhe. Anis jijjiirama Waaqayyo na keessatti hojjechaa jiruuf galata qaba. Ani har’a nama kaleessaa miti! 🙏❤️
2026-11-03 20:38:12
7
saraabara24
saraabara24 :
amen amen
2026-11-03 17:58:13
2
awaaqiijarso1
Awaaqii cimdii :
jabaadhu goftaan saa ebbisuu
2026-11-03 19:52:50
1
googel666
googel✅ :
Albamicha naf ergi mee 😂
2026-11-03 19:51:26
1
towfik816
»-(¯`·ŤØ𝕗𝕒𝕒🥷·´¯)-> :
maal jedhe
2026-11-03 19:47:45
1
hirkoo305
HIRKOO ABDOO💥🌴 :
Ere cuwwee 😁
2026-11-03 19:34:25
1
belay3921
Balachw arigae :
Amen Amen
2026-11-03 18:50:24
1
To see more videos from user @tsechurch, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos


About