@abukicameraman5g: Guyyaa 24/2/2019 Kabajamoo Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Zuway Dugdaa, Obbo Ashim Wado, dhimma misoomaa fi jijiirama Aanaa Zuway Dugdaa irratti DAMBEL MEDIA waliin marii taasisaniiru.

DAMBEL MEDIA
DAMBEL MEDIA
Open In TikTok:
Region: ET
Tuesday 03 November 2026 18:04:43 GMT
2023
520
58
142

Music

Download

Comments

alemudinaman9gamil.com2
Alamudin Aman :
Thank you for responding to the concerns of the people of Zuway Dugda District. We sincerely appreciate your efforts. However, we kindly ask you to reconsider the Habura–Maqi road issue, as many lives have been lost on this road. We respectfully urge the concerned authorities to look into this matter and provide a solution???
2026-11-03 19:38:28
1
jewarotusugeda
jewarotusugeda :
Wow OUR SMART LEADER UMRII HARRAAGESSAA NUUF JIRAADHU
2026-11-03 23:36:58
0
user9136883426116
muhe man :
ok
2026-11-03 20:34:13
0
sule4262
Sule🦋🦋 :
maashaa'allah maashaa'allah rabbi isin haa gargaaru ilmuma biyyaa yaadu woyya
2026-11-03 23:23:39
0
umargalaanootusaa
Bilaal Oro :
goota koo Ani siif jedhee lubbuu koo ni Kenna gammachuu guddatu natti dhagahame
2026-11-03 19:15:04
0
user55486244331728
Dr Tahir Husein .... :
Nuuf jabaadha yaanni irra jirtan Kun Nuuf ta, ee Jira Rabbiin galmaan isin haa gahu, Rabbiin fiixa isin haa baasu. 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
2026-11-03 22:00:04
0
user9312350920759
Abdiisa :
jabaa ofii Abbatuu jabefaata nuf jiraadha kabajamoo bulchaa kenna motoraa jijjiramaa A/Z Dugda.aa hambaa Nadhii Gammada
2026-11-03 18:53:10
0
dotibest3
Doftee 03 :
kabajamoo obbo Ashiim Waadoo baayyee ulfaadha Galatoomaa ummata keessaniif halkaniif guyyaa osoo dadhabe hin jedhiin gaafilee hawwasa keenya furmaata itti godhuuf waan qabdan aarsa gochuu keessaniif ammas irra deebidhaan Galatoomaa isiiniin jechuu barbaada 👌
2026-11-03 19:58:18
0
woyeso.gudeto
jaal :
Amma Gamma kiyyaa baayee sii jaaldhe dhuga
2026-11-03 19:39:41
0
kelilkemalmoh
kelil :
jabadhu abuki sirri jirta amma 100 sif kenine jirra dhugaa 🙏🙏🙏🙏
2026-11-03 18:48:49
0
zeeynabaa7up
zeeynabaa 7up🍵 :
Abuki galatoomi atiis
2026-11-03 23:14:27
0
nuradinadam77
nuradinadam77 :
abukii jabadhuu qalii keennaa
2026-11-03 18:25:03
0
xaaha.amaan
🙋‍♂️🙋‍♂️🙋‍♂️Firaa🤙🤙🤙 :
kan daandis hordoffi nu cimsaa galatooma bulcha keenya jabaadha
2026-11-03 18:41:25
0
orog234
Oromia G2 :
Jabbadhaa 💞💞💞
2026-11-03 18:37:31
0
fatiyaa374
wani. ofi :
jabaa keenaa
2026-11-03 19:25:22
0
umargalaanootusaa
Bilaal Oro :
gootaa torban uunshoo biyyaaf kennitee kabajamo obbo Ashim waadoo
2026-11-03 19:10:53
0
woyeso.gudeto
jaal :
uuphaa
2026-11-03 19:37:21
0
zeeynabaa7up
zeeynabaa 7up🍵 :
jabaadhaa hundii kesssanu
2026-11-03 23:14:12
0
bosonaahirphaa1
Adeeroo :
jabaa keenya
2026-11-03 18:31:33
0
flmt42
flmt :
jabbadha 🥰🥰🥰
2026-11-03 18:29:57
0
oromia60milion
Ebrahim Unso :
Bulchaa kana jabbeeffadhaa Warri Zuwaay
2026-11-03 23:50:35
0
adm.62171490
Àde@Szbo8⚽️🫶 :
Kabajamoo obbo Aashim Waadoo Motora jijjiirama nuuf jiraadhaa rabbiin isin haa gargaaruu jabaadhaa🙏🙏🙏
2026-11-03 18:31:55
0
amarti.zfrom
Amarti z/from. :
Kabajamoo Bulchaa kena umrii dheeraa nuuf jiraadhu
2026-11-03 18:33:44
0
abman590
Abdisa ibrahim :
sochiin hanga ammatti jiruu waan baayyee namatti toludha jabadhaa hojii boonsaadha seena dhalootati darbuudha waadaa gochaan isin irraa eegnaa bara hojii gaarii [Like][Gesture OK]
2026-11-03 19:09:58
0
zeeynabaa7up
zeeynabaa 7up🍵 :
dhimmaa asfaalti sanii furmaata barbaanna yeroo dhihootti
2026-11-03 23:20:19
0
To see more videos from user @abukicameraman5g, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos


About