@htunaungkyaw106: #CapCut #kalaymyo Divine Mercy Catholic Church

🚚🅰🆄🅽🅶 🅿🆈AE
🚚🅰🆄🅽🅶 🅿🆈AE
Open In TikTok:
Region: MM
Wednesday 04 November 2026 02:30:54 GMT
1399
174
7
2

Music

Download

Comments

michaelkhual4
ခွါလ်ပူး🚛 :
morning🥰😉
2026-11-04 02:37:12
1
tinphyonaing4
TinPhyoNaing4 :
ပြန်ခဲ့တော့တာလား ညီလေး😁😁
2026-11-04 02:36:26
0
steven.tung11
steven tung :
[Red heart][Red heart][Red heart]
2026-11-04 04:48:34
0
ko.phyoae
Ko Phyoae :
🥰🥰🥰
2026-11-04 04:11:25
0
anthony83960
Anthony🇻🇦🇻🇦🇻🇦🇻🇦🇻🇦? :
[Heartwarming][Heartwarming][Heartwarming]
2026-11-04 02:36:27
0
khai.tuang1
Khai Tuang :
🥰🥰🥰
2026-11-04 10:23:04
0
To see more videos from user @htunaungkyaw106, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos

Kanaan wal qabatee hojii Oppireeshiniifi olaantummaa Seeraa mirkaneessuu fudhatameen, namoonni 73 to'atamanii qorannoon irratti gaggeeffamaa kan jiru ta'uufi Gandoota 6 humni Tsimdoo keessatti of mul’isu qulqulleessuun danda’amuu kaasaniiru.   Mootummaan harka tokkoon tarkaanfii olaantummaa seeraa mirkaneessu fudhachaa, harka biraan hojii uummata buqqa’e damdamachiisuu hojjechaa jiraachuus ibsuun, namoota qe'ee isaanii irraa buqqa’aniif deeggarsi namoomaa taasifamaa jiraachuus obbo Hayiluun dubbataniiru.  Kunis namoota yaaliifi deeggarsi dursaa barbaachisu addaan baasuun kan raawwatameefi dhiyeessiin nyaataa xiyyeeffannoon geggeeffamaa kan jiruu ta'uu kaasuun, hojiin qe’eefi qabeenya isaaniitti deebisuus hojjetamaa jiraachuu himaniiru.  Hojii olaantummaa seeraa kabachiisuufi dandamachiisuu cinaatti, mariin uummataa sadarkaa sadarkaan gaggeeffamee jiraachuufi maree gaggeeffameenis uummanni gocha badii humnoota Tsimdoo tokkummaan hadheeffatee balaaleffachuu dubbachuun, Mootummaan Naannoo Oromiyaa humnoota Tsimdoo irratti tarkaanfii fudhachaa jiru cimsee kan itti fufu ta’uu hubachiisaniiru. Uummanni keenya odeeffannoo dhugaa hin taane, namoonni miidiyaalee hawaasaa garaagaraa fayyadamuun tamsaasan irraa akka of eeguu dhaamuun, namoonni jibba tamsaasan, walitti bu’insa afarsan ergamtoota diinota biyya keenyaa ta’uu hubachuun barbaachisaa akka ta'e himaniiru. Kanaaf yeroo murteessaa keessatti argamnu kanatti uummanni Oromoo tokkummaa keessoo isaafi hariiroo obbolummaa sabaaf sablammoota waliin qabu daran cimsuun shira diinota seenaa Itoophiyaa maseensuun injifannoo aarsaa qaaliin argame tiksaa waloon fuula duratti tarkaanfachuu akka qabu Obbo Hayiluun dhaamaniiru

About