“Waaqayyo, "Kunoo, ani bantiiwwan waaqaa haaraa fi lafa haaraa nan uuma; wanti dur ta'e hin yaadatamu, inni darbes yaada namaa keessa hin dhufu.”
— Isa. 65:17
2026-11-04 18:11:20
10
Abbuu mucaa yesuus :
naaf in galle
2026-11-05 15:15:17
0
Nøna(Nego)🥰 :
Waan kana barnoota gootee kutaa kutaadhaan osoo laattee gaaridha 🥰🙏