@rasta_op6: 1000361498384 Aisha muzayan Accountin isani tana pls😭🙏 😭💔 YAA OROMOO KO, SAGALEE KEENYA NUUF TA'AA! Obboleessi keenya Liibiyaa keessatti balaa guddaa keessa jira. Namoonni isa qabanii uleedhaan reebanii, lubbuu isaa irratti doorsisaa jiru. Amma obboleessa keenya bilisa baasuuf maallaqa Miliyoona 1 fi kuma dhibba 6 (1,600,000) nu gaafachaa jiru. Yaa Oromoo koo, maatii keenyaaf gargaarsa barbaanna. Nama tokko qofaan rakkoo kana keessaa bahuun nutti ulfaateera. Maaloo, namni dandeettii qabu hanga danda'etti nu haa gargaaru. Kan maallaqa hin qabnes ergaa kana dabarsuun sagalee keenya haa ta'u. Har'a obboleessa keenya; boru eenyu akka ta'u hin beeknu. OROMOON OROMOOF DHAABBATA! ❤️ Yaa Rabbi, obboleessa keenya lubbuun nuuf eegi. Gara maatii isaatti nagaan deebisi. Aamiin. 🤲😭 @Ayman🌳 @Abdul Show💎 @it’sدينG7🦹🏻♂️ @🎀G69☠️__Gold🤴 @2Gii Boos🇭🇲🌴🦋🐅 @muradisha go @💎 𝐌𝐔𝐑𝐀𝐃𝐈𝐈 💎 @Ashiita Abraham @Caalaa Bkr
💪Ø P🔋
Region: ET
Wednesday 04 November 2026 15:33:01 GMT
Music
Download
Comments
Tarabbii calla Alhamdulillh :
ahhhhhh yarabbi wan hunda arkkuu
2026-11-04 18:56:54
0
my simalee :
yea rabbii basii
2026-11-04 20:24:11
0
2g 🥰 :
🥺🥺Uuuuuuffff Yaa Rabbi Kiyya wanuman ja'un dhabe Sahiba kiya 🥺🥺🥺🥺😭
🥺🥺🥺 Rabbif jacha waan dandeysanin cinaa Nuf dhaabadha🥺🥺🥺🥺Uuuuuuffff garan na bade wly🥺
2026-11-04 22:24:12
1
amir professional gypsum :
rabbiif jechaa wan dandeenyuun haa gargaarru please 😭🙏
2026-11-04 17:38:11
1
yeroo saan :
sirraa tiqattee
2026-11-04 21:05:26
0
Absattiir :
rabbiif jechaa haa wan dandeenyuun has gargaarruu please 😭🙏
2026-11-04 16:19:16
1
Smart 🤴 :
pls wan dandenyun haa garr garu oromo ty
2026-11-05 00:46:38
0
Murtii Aadam :
aboo kan qabdu bira hin kutin rabbiin si qabee
2026-11-04 22:44:57
0
❤❤my kingi 6497🇸🇦🇵🇭 :
uuuuuuffffff 😭😭😭😭😭😭😭
2026-11-04 23:55:08
0
sudeysi Awwaday :
ya sahibaa kiyaa ya rabbii kiyaa Dirmadhuuf 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
2026-11-04 21:06:41
0
shukrii oro :
2026-11-04 21:49:53
0
Hassan shami :
wwwii
2026-11-04 20:50:18
0
Robsan :
Rabiin si ha bararuu
2026-11-04 20:50:09
0
a u a @@ @ AAA :
😭😭😭😭😭😭😭😭yaa Rabbii yaa allaa uuuuufffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
2026-11-04 22:28:27
0
Kaadir Yusuf :
2026-11-04 22:04:00
0
maaru564 :
yaa rabbi baasi 🤲🤲🤲
2026-11-04 21:45:18
0
Qibiree,,,yee :
2026-11-04 21:11:39
0
soraa qalbii💯❤️💯 :
yaa rabii gargarii
2026-11-04 21:34:25
0
Asantii :
2026-11-04 20:33:44
0
SamuAhmed :
yarbbi 😭 basii
2026-11-04 20:24:02
0
Asantii :
2026-11-04 20:33:48
0
muree :
raabiin tan qabduu siraa haafudhu
2026-11-04 22:22:10
0
❄️ ĴÃĈĶ 🍃 :
2026-11-04 20:35:04
0
Hussen abba jalala :
2026-11-04 20:36:02
0
Lina :
Yaa Rabbi
2026-11-04 15:40:01
0
To see more videos from user @rasta_op6, please go to the Tikwm
homepage.