uuuuuuuuuuffffffffffffffff 😭😭😭😭😭😭😭 ya rabbii anuman yo muma qare busa lata ya rabbii oso busin Nan ajesin ya allha ya rabbii na lafisi ya allha 🤲🤲 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
2026-11-05 10:59:52
0
❤🦋 :
wly anile akkasumatan jiraa😭😭😭salata kessa akkasuma imimman n dhabachu didaa hasbi allah wenimal wekil☝️
2026-11-05 06:38:11
4
Alamdulilaah :
wly ani yoo quraanaa basuu dadhabuu hin boyaa uuuuuuuuuuf 😭😭😭😭
2026-11-04 22:30:51
10
Arebi Nassir :
bariuuf yeroo ka'u ni dukkanaaha
balbala rabbii Kee irraa hin ka'iin