@kaamiltaju: Deeggarsa Namoomaa Obboleessa keenya Abdulkariim A/Olii A/gissaa kan jedhamu jiraata magaalaa Asandaaboo kan ta'e nama hojii humnaatiin hojjetatee maatii ofii kan bulfatu turee waggoota 10n dura haa ta'u malee rakkoo qaama isaarraa qaqqabeen waggaa 10 ol dugdaan ciisaa kan ture yeroo ammaa yaalaa dhidhibaa qaamaa taasifameefiin olka'ee ta'uu danda'ee jira 1000813311821 Abdulkariim A/Olii A/Gissaa Akkuma isiniif ibsuu yaalletti namni kun hojii humna shammaa badhachuudhaan beekama magaalaa keenya keessatti hojiin sun hojii nama humna qabu waan gaafatuuf waggoota 10 dura namni haga isaa ba'acha baadhatu hin turre haa ta'u malee rakkoo qaama isaarraa qaqqabeen maallaqaa qabu hunda fixatee maatiinis waan qaban hunda itti fixatanee fayyaa isaatti deebisuun tasuma hin danda'amne ture waggoota 10f ciisicha irra ture yeroo ammaa kana garuu yaala ogeessa nama dhidhiibuun taasifameefiin ol ka'ee taa'uu danda'eera tariitii deeggarsa maallaqaa barbaada waan ta'eef deeggarsa keessan yoo gootaniif tarii fayyaa isaatti deebi'uu danda'a waan dandeenyuun haa deeggaruu::
Kamil Taju
Region: ET
Thursday 05 November 2026 15:18:05 GMT
Music
Download
Comments
Ella Asandaabo king 🤴 :
uuuuf abdulkariimiin
2026-11-05 23:33:20
0
Hamzi :
rabbiin sihaaa fayyisu
2026-11-05 18:24:52
0
Arif kebeki :
rabbin sibira hajiratu
2026-11-05 18:03:44
0
💝Naju♥️J💓Abdiye💕 :
Rabin.si.hafayisu.Abudlikarimo 🥹🥹🥹🥹🥹🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
2026-11-05 20:02:33
0
Tayif Mifta :
rabbi fayya kee gututti siyaa debisu inshaallah
2026-11-05 20:06:15
0
Amin kadir kadir :
rabiin haffayiisu
2026-11-05 16:13:37
0
burtukan :
akawonti maxansa sabito
2026-11-05 16:02:46
0
DRAfnaani🫂l :
💖💖💖
2026-11-05 15:20:50
0
Abdulboss :
🥰🥰🥰
2026-11-05 20:34:20
0
Bakri Bak :
🥰🥰🥰
2026-11-05 20:11:15
0
Joni :
👌👌👌
2026-11-05 19:50:20
0
🇹🇷🄰🄽🅂🄰🅁🍀💪 :
❤️❤️❤️
2026-11-05 19:29:16
0
munaa 🇪🇹🇪🇹ye jimma lij :
[Heartwarming][Heartwarming][Heartwarming]
2026-11-05 19:28:08
0
𝑻𝒐𝒇𝒊𝒌 𝒀𝒂𝒌𝒖𝒕 :
❣️❣️❣️
2026-11-05 19:20:29
0
Abdii guddinaa :
🥰🥰🥰
2026-11-05 19:14:16
0
abdu :
🥰🥰🥰
2026-11-05 19:09:53
0
fadilho34567894 :
[Crying][Crying][Crying][Crying][Crying]
2026-11-05 18:27:19
0
Rafek Abdurehem :
😍😍😍
2026-11-05 17:58:01
0
ABDULHADI عبد الهادي ☪️ :
[Heartwarming][Heartwarming][Heartwarming]
2026-11-05 16:52:30
0
Jaf 🇪🇹 :
🥰🥰🥰
2026-11-05 16:50:55
0
Bahir Gaali :
[Red heart][Red heart][Red heart]
2026-11-05 16:25:27
0
Alex the kings :
🥰🥰🥰
2026-11-05 16:09:58
0
Abu Amar✅ :
🥰🥰🥰
2026-11-05 15:57:51
1
muaz🇵🇹😭📴🔚🇪🇹CR7 :
😂😂😂
2026-11-05 15:22:56
0
Must Must :
❤️❤️❤️
2026-11-05 15:21:21
0
To see more videos from user @kaamiltaju, please go to the Tikwm
homepage.