@daanii_tesla: #viralvideo #manchesterunited #tiktok #cristianoronaldo #follow ዛሬ ልቤ ከአንተ ጋር ነው፣ ክርስቲያኖ ሮናልዶ! 💔🥺 ሮናልዶ ማለት የእግር ኳስ ስም ብቻ አይደለም፤ እሱ የስኬት፣ የጽናት፣ በራስ የመተማመን እና የማይረሳ ታሪክ ምልክት ነው! 🥹 በፖርቹጋል ሜዳ ላይ አንተ የሌለህበትን ቀን ማየት በጣም ያሳዝናል! 💔 ነገር ግን፣ አንተ የጻፍከውን ታሪክ ማንም ሊሰርዘው አይችልም! ❤️🩹 ዛሬ ስንመለከትህ ልባችን ይነካል፤ በአገርህ ፖርቹጋል ታሪክን ጽፈሃል፣ ምንም እንኳን ጉዞህ አሁን ፍጻሜ ላይ ቢደርስም! 💔 ቁጥር 7 በሜዳ ላይ ብቻ የቀረ አይደለም፤ በቢሊዮኖች በሚቆጠሩ ሰዎች ልብ ውስጥ ለዘላለም ይኖራል። የፖርቹጋልን ባንዲራ ከፍ አድርገህ ይዘሃል፣ ለዓለምም ያለህን የአገር ፍቅር አሳይተሃል! 🔥🇵🇹 ጎል ስታስቆጥር አብረን እናከብራለን፣ ስትወድቅም አብረን እናዝናለን። ዕድሜህ፣ ድክመቶችህ፣ እንዲሁም ድሎችህ፣ ሁሉም እንደ ልዩ ታሪክ ይታወሳሉ። ጀግናዬ! 🐐👑 CR7፣ ለዘላለም እንወድሃለን! ❤️🐐 ጨዋታው ያበቃል፣ ነገር ግን ታሪክህ ለዘላለም ይኖራል! 🐐👑 ክርስቲያኖ ሮናልዶ፣ ለዘላለም ምርጡ (GOAT) ነህ! 🇵🇹💔 SIUUUUUU! 🇵🇹👑 Har'a onneen koo siif gaddite, Cristiano Ronaldo!💔🥺 Ronaldo maqaa kubbaa miilaa qofa miti. Inni mallattoo milkaa'inaa, kutannoo, ofitti amanamummaa fi seenaa hin dagatamneedha🥹 Guyyaa tokko dirree Portugal irratti si malee arguun baayyee nama gaddisiisa💔 Garuu seenaa ati barreessite eenyullee haquu hin danda'u.❤️🩹 Har'a yeroo si ilaallu miirri garaa keenya tuqa. Biyya kee Portugal keessatti seenaa barreessite, Garuu yeroo tokko imalli kee ni xumurame.💔 Lakkoofsi 7 dirree Qofa irratti hin hafne Onnee biliyoonotaa keessatti bara baraan jiraata. Alaabaa Portugal ol qabdee dhaabbatte, Sabboonummaa kee addunyaatti agarsiifte.🔥🇵🇹 Yeroo goolii galchitu waliin gammanna, Yeroo kufte immoo si waliin gaddina. Umurii kee, dadhabbii kee, injifannoo kee, Hunduu seenaa addaa ta'ee ni yaadatama. Nagaatiga , goota koo,🐐👑 CR7 Bara barabaraan Si Jaallanna ! ❤️🐐 Taphni ni xumurama, seenaankee garuu bara baraan jiraata! 🐐👑 CRISTIANO RONALDO, MY GOAT FOREVER! 🇵🇹💔 SIUUUUUU! 🇵🇹👑
♛ 𝑫𝑨𝑵𝑰 ♛
Region: ET
Thursday 05 November 2026 16:32:05 GMT
Music
Download
Comments
@&respect🎧🇪🇹 :
roni thank you
2026-11-06 14:53:54
0
♛ 𝑫𝑨𝑵𝑰 ♛ :
Har'a onneen koo siif gaddite, Cristiano Ronaldo!💔🥺
Ronaldo maqaa kubbaa miilaa qofa miti. Inni mallattoo milkaa'inaa, kutannoo, ofitti amanamummaa fi seenaa hin dagatamneedha🥹
Guyyaa tokko dirree Portugal irratti si malee arguun baayyee nama gaddisiisa💔
Garuu seenaa ati barreessite eenyullee haquu hin danda'u.❤️🩹
Har'a yeroo si ilaallu miirri garaa keenya tuqa.
Biyya kee Portugal keessatti seenaa barreessite,
Garuu yeroo tokko imalli kee ni xumurame.💔
Lakkoofsi 7 dirree Qofa irratti hin hafne
Onnee biliyoonotaa keessatti bara baraan jiraata.
Alaabaa Portugal ol qabdee dhaabbatte,
Sabboonummaa kee addunyaatti agarsiifte.🔥🇵🇹
Yeroo goolii galchitu waliin gammanna,
Yeroo kufte immoo si waliin gaddina.
Umurii kee, dadhabbii kee, injifannoo kee,
Hunduu seenaa addaa ta'ee ni yaadatama.
Nagaatiga , goota koo,🐐👑
CR7 Bara barabaraan Si Jaallanna ! ❤️🐐
Taphni ni xumurama, seenaankee garuu bara baraan jiraata! 🐐👑
CRISTIANO RONALDO, MY GOAT FOREVER! 🇵🇹💔
SIUUUUUU! 🇵🇹👑
2026-11-05 16:32:58
0
Unee yaminee :
2026-11-06 14:06:04
1
𝕜𝕒𝕫𝕦𝕕𝕚𝕟 :
🤔🤔🤔🤔🤔
2026-11-06 21:05:27
1
wiz nuru⚽💎 CR7 :
2026-11-06 09:19:07
1
Mar silas✨ :
[Heartwarming][Heartwarming][Heartwarming]
2026-11-06 14:37:55
1
jiroo@koo :
🥰🥰🥰
2026-11-06 10:15:43
1
Abdi🫶 :
♥️♥️♥️
2026-11-05 21:10:50
1
111 :
🥰🥰🥰
2026-11-07 04:40:30
0
Sharewu niguse :
[Heartwarming][Heartwarming][Heartwarming]
2026-11-06 18:51:02
0
beki man4444🦋🦋🦋 :
🥰🥰🥰
2026-11-07 05:33:12
0
beki man4444🦋🦋🦋 :
🥰🥰🥰
2026-11-07 05:33:07
0
beki man4444🦋🦋🦋 :
😭😭😭
2026-11-07 05:33:08
0
Dawit :
🥰🥰🥰
2026-11-07 05:04:03
0
beki man4444🦋🦋🦋 :
🥰🥰🥰
2026-11-07 05:33:17
0
@cheku :
[Like][Like][Like]
2026-11-07 01:22:11
0
beki man4444🦋🦋🦋 :
😁😁😁
2026-11-07 05:33:17
0
I 𝚕𝚘𝚟𝚎 𝚓𝚎𝚜𝚞𝚜 :
❤️❤️❤️
2026-11-06 18:08:45
0
chelsea for ever :
😂😂😂
2026-11-06 15:48:17
0
0liiqaa sooreessaa :
🥰🥰🥰
2026-11-06 14:37:58
1
cargk39 :
🥰🥰🥰
2026-11-07 05:59:59
0
To see more videos from user @daanii_tesla, please go to the Tikwm
homepage.