Language
English
عربي
Tiếng Việt
русский
français
español
日本語
한글
Deutsch
हिन्दी
简体中文
繁體中文
API
Home
How To Use
Language
English
عربي
Tiếng Việt
русский
français
español
日本語
한글
Deutsch
हिन्दी
简体中文
繁體中文
Home
Detail
@araymm1: …#fypシ
á
Open In TikTok:
Region: KZ
Thursday 05 November 2026 18:05:42 GMT
6607
245
1
60
Music
Download
No Watermark .mp4 (
0MB
)
No Watermark(HD) .mp4 (
0MB
)
Watermark .mp4 (
0MB
)
Music .mp3
Comments
ر :
менда айтайнш
2026-11-05 18:39:22
0
To see more videos from user @araymm1, please go to the Tikwm homepage.
Other Videos
müzik
💔 WAAMICHA BIRMANNAA FI GARGAARSA LUBBUU OOLCHUU! 🙏 Obboleessa keenya Wabiin har’a gargaarsa keenya barbaada! Wabiin bara 1994, godina Wallagga Bahaa, magaalaa Sireetti maatii isaa Obbo Garomsa Margaa fi Aaddee Dinqinesh Jaallataa irraa dhalate. Wabiin amala gaarii, naamusa, jaalala namoomaa fi hojii tola ooltummaatiin hawaasa naannoo isaa biratti kan jaallatamuu fi kabajamuudha. Magaalaa Sireetti barnoota sadarkaa tokkoffaa fi lammaffaa isaa hordofaa, hojii tola ooltummaa adda addaa keessatti hirmaachuun hawaasa isaa tajaajilaa guddate. Bara 2014 qormaata biyyaalessaa fudhatee barnoota olaanaa itti fufuuf gara Yunivarsiitii Haramayaatti imale. Achittis barnoota isaa cinaatti hojii hawaasummaa irraa of hin qusanne. Gumiilee adda addaa, kanneen akka Charity Club fi Peace Forum keessatti hirmaachuun jaalala, tokkummaa fi tajaajila hawaasaa babal’isuuf gahee isaa bahachaa ture. Bara 2017 barnoota isaa xumuree, bara 2018 walakkaa irraa eegalee hojjetaa baankii ta'uun hojii jalqabe. Kaayyoon isaa inni guddaan maatii isaa, keessumaa haadha fi abbaa isaa gargaaruu, jireenya isaanii fooyyessuu fi abjuu isaa dhugoomsuudha. Garuu osoo jireenya isaa haaraa jalqabee, abjuu isaa dhugoomsachuuf tarkaanfii fudhataa jiruu, dhukkubni cimaa tasa isa mudate. Kaleen isaa lamaan hojii dhaabuu isaaniitiin jireenyi isaa haala hin yaadamneen jijjiirame. Abjuun isaa, karoora isaa fi abdii maatii isaa irratti gaaddidduun dukkanaa'aa bu'e. Ji'oota lamaa ol Hospitaala Yunivarsiitii Wallaggaatti yaalamaa ture. Haa ta'u malee, yaaliin hanga ammaatti argate furmaata gahaa isaaf kennuu hin dandeenye. Lubbuu isaa baraaruuf yaala addaa biyya alaa keessatti argamu akka barbaadu itti himameera. Yaa hawaasa koo, yaadaan mee of haa gaafannu: Dargaggeessi kaleessa hawaasa isaa tajaajilaa ture, har'a yeroo inni gargaarsa barbaadu eenyutu cinaa dhaabbata? Maatiin isaa baasii yaala kanaaf barbaachisu baachuu waan hin dandeenyeef, amma gargaarsi hiriyyoota, maatii, namoota gara-laafeyyii fi Hawaasa bal'aa irraa barbaachisaadha. Har'a Wabiin qabeenya guddaa, aangoo yookaan waan biraa hin gaafatu; carraa lubbuun ittiin jiraatu, yaala argatee gara jireenya isaatti deebi'uuf abdii qofa barbaada. 🙏 Kottaa, Wabiin kophaa isaa akka hin taane haa agarsiifnu! Qarshii xiqqoo qabnu haa gumaachinu. Namoota dandeettii qaban haa waamnu. Ergaa kana hiriyoota, maatii fi hawaasa biraan haa geenyu. Namni tokko waan xiqqoo gumaachee, namoota biroo waliin ta'uun bu'aa guddaa fiduu danda'a. Wabiin nama kaleessa hawaasaaf abdii ta'ee tureedha. Har'a immoo hawaasni isaa abdii isaaf ta'uu qaba. Harka wal qabannee, garaa tokkoon, waan qabnuun isa haa gargaarru. Har'a gargaarsi keenya boru gammachuu maatii tokkoo ta'uu danda'a. Waaqayyo Wabiif fayyaa haa kennu; namoota isa gargaaran hundaas haa eebbisu. 🙏❤️ CBE 1000432619099 Garomsa Marga 📱 Telebirr:0921803614 Wabii Garomsa
#capcu انجاح لايعيش دخل البيوت#capcutpioneer #pioneertemplate
Một chiếc template xinh xắn. Cùng Calokid Gold khoe bí kíp chăm con các mom nhen! 💗 #Nhabunday #CalokidGold #Caithienthetrang #Tieuhoatot #DonghanhcungCalokid
So sánh âm thanh của 2 loại còi in 3D mà mình sản xuất, tiếng của còi Cá heo Pro có gì khác không ? Thổi thử còi in 3D in tên theo yêu cầu… #bongda #gdtc #trongtai
About
Robot
API
Legal
Privacy Policy