@amine.tiktok94: #CapCut

amine.tiktok94
amine.tiktok94
Open In TikTok:
Region: IE
Friday 06 November 2026 00:10:42 GMT
2910
730
12
49

Music

Download

Comments

jehanyounes
jehanyounes :
لا اله إلا الله وحده لاشريك له له الملك وله الحمد وهو على كل شيء قدير
2026-11-06 09:46:23
2
adolf93279
Adolf :
الله اكبر
2026-11-06 15:26:32
1
user13361211517230
محمد امين :
لا إله إلاّالله
2026-11-06 09:22:42
1
funny.girl197
😋funny girl 😜🤘 :
Allah hu akbar
2026-11-06 10:30:15
0
walid.dz270
Walid Dz :
الله اكبر
2026-11-06 00:33:34
1
hmsedik2
sedik sedik 🇩🇿🔄🇫🇷 :
🥰🥰🥰
2026-11-06 10:55:46
1
hasnae_fahmi
hasnae fahmi :
🥰🥰🥰
2026-11-06 00:36:50
2
abakar.hassan7413
Abakar Hassan :
🥰🥰🥰
2026-11-06 06:43:40
1
sidou3146
👊sidou👊 :
👑👑👑
2026-11-06 08:31:43
2
talalarain799
Talal Arain :
🥰🥰🥰
2026-11-06 11:56:18
1
eire485
EiRE :
get out of our country anti Christ ye are not welcome here our country like Palestine doesn't belong to TREANOSUS government it belongs to the Irish people who built this country from ashes for eight hundred years...
2026-11-06 03:37:47
1
To see more videos from user @amine.tiktok94, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos

**Ergaa Arifachisaa: Namoota Dubai jirtan hundaaf!** Namoota Dubai jiraattan, ijoolleef viisaa baastanii gara Itoophiyaatti ergaa jirtan hundaaf, ergaa kana waliif qoodaa. Duraanuu balaa hamaa natti dhufeen, namoota tokko tokko mufachiisee balaa fi dhiphina guddaa uumee ture. Sababa rakkoo sanaatiin ibsi haala jiru irratti kennamu addaan citee ture. Kanaaf, hamma danda’ametti uummata koo irraa dhiifama gaafachuu barbaada. **Gama ergaa kootii:** Namoonni Dubai jirtan, viisaa baastanii erga ergitan booda, gara Itoophiyaatti erguun QR baafachuun dirqama waan ta’eef, rakkoon cimaan uumamee itti fufee jira. Duraan karaa Sa’udii fi Joordaan deemaa turan; ijoolleen gara Dubai deemanii hojjechuuf jecha karaalee hedduun cinqaa keessa turuun isaanii beekamaadha. Iti fufee hamma karaa qajeelaa ejensii ta’ee, waan sirratanii hojii eegalan fakkaata. Hata’u malee, sababa QR kanaa fi balaa hannaa guddaa magaalaa Finfinnee keessatti deemaa jiruun, ijoolleen rakkoo cimaa keessa jiru. Kan dhugaaf cinqamuu didanii, rakkoo murtii Rabbiin ta’eef itti fuftee jira. Uummanni dhiphachaa, hirba isaa dhabee jira. Garuu namoonni hedduun, sababa QR kanaaf jechaa qarshii sassabanii, uummata fayyadamanii hatuutti jiru. Namoonni viisaa ijoollee QR jechuun gara Itoophiyaatti ergaa jirtan, akka of eeggattan isin yaadachiisa. Sababa QR kanaa, namoonni viisaa hojii (employment visa) ijoolleef baastan balaa hamaa keessa bu’aa jirtu. Warri QR baasaa turan, warri ejensii ofiin jedhan kun, rakkoo ta’anii dhufeera. Warri akkasii guyyaadhaa guyyaatti namatti dhuusaa jiru; ilmaan namaa dhiphisuu malee, gammachuu ofii malee gammachuu namaaf hin dhiphatan. Dabalataan, kanneen dhimma biyya alaa irratti hayyama kennaa jirtan, warra itti gaafatamaa biyya alaa karaa isin namoota ejensii ofiin jedhaniif saaqaa jirtan kana, gaafatamummaan mootummaa federaalaa akka isin gubaa jiru beekaa. Hanni dijitaalaa ta’e kun akka sirreeffamuufiin qaba. Namoonni viisaa ijoollee baasaa jirtan hundi akka of eeggannoo guddaa gootan isin yaadachiisa. Galatoomaa!

About