@fm1_z8: ابجي وترجف ايديه.. . #محمد_عبدالجبار #اكسبلور #اغاني #fyp

أَبُو الْحَسَنِ
أَبُو الْحَسَنِ
Open In TikTok:
Region: IQ
Friday 06 November 2026 03:12:54 GMT
6324
1210
10
52

Music

Download

Comments

kokaa_122
ଓميار :
ما محتاجه شي حتى هو ما محتاجته . / ما احتاج لشخص يكملني اني كامله
2026-11-06 06:38:58
6
hsannon997
هَٓـــٌُـٍّ؟!& :
لم يتم العثور على الحساب 💔😞
2026-11-06 06:47:49
3
taleen8_
ViOLA :
شعجب ترضه حبيبك هيج يشوف هموم يوميه ؟
2026-11-06 04:06:20
2
s_m_2008_s
. :
مبدع
2026-11-06 04:06:05
3
_xii2h0
Ruby :
غيرك،كلشي ما محتاج
2026-11-06 10:48:11
1
s45466641
s🌺 :
اذا ما اقدر روح من ورا الحب
2026-11-06 21:29:39
0
p7.5z0
طير بحضرة السجاد :
2026-11-06 15:09:11
0
ss__aa019
روح :
2026-11-06 11:09:01
0
sh_ma90i
: 𝖲𝗁𝖺𝗆𝗌 ۬ :
☹️☹️✨️.
2026-11-06 20:06:39
0
ssaa2734
? :
...
2026-11-06 21:20:41
0
To see more videos from user @fm1_z8, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos

Egeree ~Jireenyaa keenya keessatti ilaalchi keenya har'a irra dhabanne har'a keenyan golabuu osoo hin tanne har'a keenya hojjin dabarsinee boruuti xiyyeeffachu qabna. ~Har'i boruu kee hin ibsu, tarrii  har’a kee guutus ta'u malta, bor garuu waan dhufu waan hin beekneef jabaatee isa boruti xiyyeefanna kennu qabda.   Motin abjuu gaafa yoseef hikee barii qufaa dursee waan dhufuuf barii beelaa immo itti waan anuuf  yoseef namni dursee hubannaa kennef bara quufa irraa quusatani baraa beelaatti immoo ittin akka jiraatanif  gorsee. ~Abjuu arguu qofti gaha miti hikaa abjichaas baruun barbachisaadha. ~Waan hikaa isa hin beekne arguurra haafun isaa in wayya. ~Har'i kee maal keessaa yoo jiraateeyyu xiyyeeffanoof fuleeffannan kee isa borii irrati ta'uu qaba. . ~Maalif yoo jette guyyan har'a kun muraasa isa amma keessa jirtu kana keessa in darbita gaafa kana keessa darbitee moo boru waa birratu dhufaa boruu keenyaa har'i keenya ka'umsa  ~Ka'umsa irra ka'ani deemsa dheera boodaa dhumaa/galmaa gahuu. Galmaa keef immo xiyyeefannoo fi hojjin kee har’a murteessadha. ~Firumma bori kee waliin hin qabduu tanan boriin kees in tolu. Kaleessi har’a keef waan gummache argiteeta. Akkasumaa har’is boruu waan dabarsee latuu qaba. ~Gaafa deemtuyyu milla keen iddoo garii ilaaltee yoo dhabatee hin kuftuu dursitee yoo itti yaadee waan bor ta'uu fuutumaati walaltus ilaalcha gaarii ofiif yoo qabanee firri isa boru in argina ~Abjuun ofii keenyaf bori keenyarrati ilaaluu har’a keenyarra kaasse biqilee ija godhata. Har’a rakkinni qorumsi jiraatus ati hariroo cimaa borii kee waajjin qabadhu. Boruu keerratti xiyyeeffadhu. #boruto

About