@yakes72: #ethiopian_tik_tok🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #ethiopian_tik_tok🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹ሀገሬ #creatorsearchinsights2026 #oromotiktok❤️💚❤️ #creatorsearchinsights

🗿🔥 SIGMA BOY ☪️
🗿🔥 SIGMA BOY ☪️
Open In TikTok:
Region: US
Sunday 08 November 2026 07:10:17 GMT
28751
612
723
196

Music

Download

Comments

forgotenno
Seena Rirmii hin nyaatuu :
obboleessa kiyya sababni isaas ini bor na dhiisuu danda'a garuu kan nati hafu obboleessa kiyya 🙏
2026-11-08 10:12:30
211
siiftaanaaninumaageessa
💭💥 :
Bakka dhugaan jiru
2026-11-08 10:05:29
90
farfatucaaltuu2
caaltuu tafara :
Ani obbolesa koo irrati du,a ykn Abba mana gaafa sitti aree ba,i narra sin jedha 🥲🥲🥲🥲
2026-11-08 14:36:39
0
user9337553058659
Qananii :
anii homaa hin degaruu dhugaa rabii yoon danda'ee araraa bussa malee tokko qofaraa hin goruu lamanuu anaf qixaa warii dhugaa jeteen natii goraa 💞
2026-11-08 11:20:05
146
seennaa45
obsee 🥹 :
abba manakoo funyan dhahe lafan dhaha obolesa hin qabuu garu oson qabadheyuu 😏🥹♥️
2026-11-08 11:15:40
31
huseen.arsi.sirka
huseen arsi sirka and arsenal :
mee warri dhugumaan obboleeyisa jetten hin sobnne
2026-11-08 14:44:38
0
yaaarsiiassallalijii24
Nuriya intala Abdii :
obbolleessa kiyaa 🥰🥰🥰
2026-11-08 14:59:53
0
bareduuk1
Hanun Queen 👸🦋 :
abba mana degaraa isaa wajiin wanan jiradhuuf🥰
2026-11-08 10:53:30
17
thanks.god959
Thanks god🙏🙏 :
ani obbolesa kiyyan qaldii in beeku[Big heart hug]
2026-11-08 12:03:18
0
munatajumuna
❣️ muna agaro 💝 :
Wlh bilahi Ani obolesa kiyarati enyunu hin dhisu anis wajin dhahen lafa busa kun gafi maliti sila garu obolesaa hin qabu male gaa🥺🥺
2026-11-08 12:42:03
7
shashituguta
sifuu😍😍 :
nama dhugan biraa jirun degara maa Abaa barbadee hin tane👌
2026-11-08 11:17:43
15
burtedagim
burte tawahidon enyumaa ko🇦🇪 :
namaa bekuu biratii aban manaa abadhaa qamaa isaa garaa bitara hewan umamtee filanon koo abaa manaa kotii ❤️
2026-11-08 11:49:47
17
user69857242830864
booni shawa :
uuuuf Oson qabadhe my bro
2026-11-08 14:45:50
0
najuwallagga
najuu jaallatatukoo 😂😂😂😂 :
wly Abba manako
2026-11-08 12:39:04
0
heellanii
senuuA💞 J🇱🇷 :
garii qabaa malee eyuu idegeruu walii harasaa malee eyuuraa yuu igoruu❣️❣️❣️
2026-11-08 07:37:37
11
f.k1770
☝️فطوم🦋🤍 :
lachuu hin deegaru yoo naa sarman ni gorsa yoo didan rabbuma ko kaadha ka waa hunda dandahu🥰🥰
2026-11-08 10:10:02
5
rayyin.jimma
rayyin jimma :
obbllessa kon deggara malif yoo jete abba mana yo deeme abba mana dhufa obboleessa koo mo essan fida
2026-11-08 12:33:46
0
tewabech092
Sifaan 19 :
Abba mana koo
2026-11-08 12:07:43
0
mymom12th2
mahi :
bakka dhugan jiru gora wlhi
2026-11-08 12:22:30
1
hananahananidiris
HANONA B/DINAL ISLAM💓 :
Jaarsa kotii maliif jenaan obolesiko naaf araramu danda,a jarsikomo yomuu natii mufataa Rabin Wan akana nutin fidin
2026-11-08 13:31:00
1
oromitaa2
@oromiti :
wlh bilaahii anii obolesaa kiyaa degara dhirii maratu abba mana sii ta,u hin danda,a garuu oblesaa siif hin ta,uu🥰🥰🥰
2026-11-08 11:57:14
2
djjrfuinchduw2928484
ilove :
yaa rabbiin jalaala jaraa malee lola jaraa nan agarsisin
2026-11-08 12:20:32
1
tamiimayesagureeliji0
☪️❤️𝐃𝐫.𝐓𝐚miimaa Saguree :
kunii mircaa hin qabuu Obbolessa kotii ka❤️dhiraa boruu na gantuuf Jedhee Obbolessa ko qalii hin mufachisuu😘
2026-11-08 14:49:35
2
shawwayeetolasaa
shaawayee 👑 Jesus👑is king ✝️ :
obbolleessaa koo dhiggaa koo koddee koo Mal gaffii qabare dhugaa
2026-11-08 13:32:10
2
user2609653062442
Azuu Fadil :
bakka dhugaan jiru degaara wly
2026-11-08 13:20:11
2
To see more videos from user @yakes72, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos


About