@chemisaa_: ✨🌊 #بحر #غروب #شمس #المغرب #morroco🇲🇦 #🌊 #fouryou #fyp #تصويري📸 #rabat

chems🌞
chems🌞
Open In TikTok:
Region: MA
Thursday 17 July 2025 18:53:02 GMT
15197
234
5
108

Music

Download

Comments

top.man261
top man :
top 🌹
2025-07-17 20:38:22
2
adamakero
Dawi :
Le titre de la chanson 🎵 stp
2025-07-17 20:06:01
1
arij.2017
Arij roeya :
🥰🥰🥰🥰🥰
2025-07-23 07:52:44
0
To see more videos from user @chemisaa_, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos

Gammachuu Barii      SEENAADHA!! Nama kana Haa Gargaarru  WALIIF Haa Dhaabbannu
Gammachuu Barii SEENAADHA!! Nama kana Haa Gargaarru WALIIF Haa Dhaabbannu "Loltuu ABO ta'ee, Daangaa Sudaaniifi Xoophiyaa gidduu, bakka Anbassaa Caakkaa jedhamu Dahannoo qabatee utuu jiruu, ijoolleen isa beekan Mandiirraa isa bira dhufan. Dhufuu qofa miti. Mardoo tokko fidaniif. "Soolaneenkee hin heerumte" jedhanii dugda isa kutan. Mogoleen isa bu'ee, laamsha'ee, ofirra gad taa'ee, Hirsaasiisaa fudhatee, waraqaa daalachooftuurratti imimmaan cobsaa, jechootas coccobse. 'Soolanee Soolanee Gaafa Cidhakee mana hin turre Dahannoo keessan ture Waamichakee ooluuf na komattaaree?' Jedhee walaloo toora galche. Tulluu Walaloo Kiiloleewwan danuu duubaan mul'atu sana. Gammachuu Birrii. Namni kun Bara Dargii ABO tti makamee, Damaazenii dirree lolaa ABO n Dargii waliin wal morke danuurratti hirmaatee, rasaasaan bakka lama rukutamee ture. Sirba danuun keenya yaadannoo ijoollummaafi dardarummaa irraa qabnu kan Dawit Mekonen sirbe Soolanee isatu mudannoosaa dhugaa walalootti jijjiiree Daawwiteedhaaf laannaan, Daawwiteen ammoo Kiiloleesaatiin nu dhamdhamsiise. Hirphaa Gaanfuree dabalatee humna jechootasaatu kiiloleesaaniitiin faayamee, gurra keenyarraa qillise. Eebbisaa Addunyaa, Jireenyaa Ayyaanaa, Yooseef Gammachuu, Ilfinash Qannoo, Usmaayyoo Muusaa, Abdii Qophee, Biqilaa Guyyootaa, Adam Haaruun, Raayyaa Abbaa Maccaa, Muktaar Usmaaniifi Haayiluu Kitaabaafaan hiriyootasaa warranni waliin hojjetaa turedha. Namni kun yeroo ammaa dagatamee, dhibeen irratti wal furee, waan nyaatullee dhabee mankaraaraa jira. Dhiyoo kana Makkoo Bilii Show irratti dhiyaatee ture. Haala ulfaataa keessa jiraachuusaa dubbate. Nama kana gargaarree utuu furree, bor quba hin nyaannu! Itti haa yaannu!"🙏

About