@speedy.petey56: 🐒🎬 Did you know Conquest of the Planet of the Apes (1972) was filmed at UC Irvine? Those futuristic buildings weren’t Hollywood sets — they were right here in Orange County! Recognize any of these locations 54 years later? #UCI #UCIrvine #PlanetOfTheApes #IrvineCalifornia #OrangeCounty

Peter Algazi | CA Archives
Peter Algazi | CA Archives
Open In TikTok:
Region: US
Monday 02 November 2026 18:19:16 GMT
1920
123
15
47

Music

Download

Comments

sox1420
Sox1420 :
My grandfathers jumpsuit company made most of the costumes for this movie 🤓
2026-11-02 20:57:37
2
bradleytipwell2
Bradley Tipwell 2 :
Century City was a filming location as well.
2026-11-02 23:27:15
0
jim.lee210
Jim Lee :
according to Google mostly filmed in la & Irvine......I thought it was fashion isle area......
2026-11-02 21:20:56
1
irv.in.irvine
Irv in Irvine :
Love the music
2026-11-03 02:54:46
0
snappysquid
SnappySquid :
Zot Zot
2026-11-02 19:57:47
3
grapplingondiscipline
GrapplingDiscipline :
Is this Atlanta?
2026-11-03 01:04:24
0
wbd19454op8
Biggie :
Excellent movie. Wish they would have poneyed up for the trilogy
2026-11-02 19:38:29
1
upfuranythingfun
upfuranythingfun :
Chet Holyfield building laguna hills.
2026-11-02 20:28:02
1
rmdomeno
rmdomeno :
Murry krieger hall U C Irvine
2026-11-02 20:40:38
1
susan_baxter_and_will
susan_and_baxter 💙 :
and also that star trek original series episode
2026-11-02 22:23:48
0
jonterry57
Jon ❌ :
👍👍👍
2026-11-02 21:06:48
1
To see more videos from user @speedy.petey56, please go to the Tikwm homepage.

Other Videos

Gootni Guddaan
Gootni Guddaan "Laftii Ila Boruu ta Liiban, Boojuu Gurra Ciraa taate" Dhaadannoo jedhun beekkamu Dheedii Warra isaanii Liibanii godaanee Galaana Daawwaa taakkee Dirreetti tarkaanfatee, Mataa Wayaamaa Borbor Khakkisaatti dhalate.... Mataa Wayaamaa Borbor Khakkisaatti haa dhalatuutii malee, guddinnii isaa lafuma Ila Boruu ta Liiban Nageellee Booranaati..... Qaampharree Godaanaa Waariyoo gaafa gannii isaa 30'maatuu, Bulchaa Booranaa ka Durii Aftaraarii Halakhee Guyyoo Xuuyyee fa'a waliin dhimma Biyyaatiif qabsaa'aa ture. Bara Bulciinsa Mootii Hayilee Sillaasee Awuraajjaa Nageellee Booranaatti Alaafii Waraanaa ta'uun Humna Waraana Xoophiyaa Kutaa Nageellee Booranaa Ajajaa ta'uun loleenii lolchiisaa ture..... Gaafa Bara Bulchiinsa Mootii Hayilee Sillaasee Daangaan Oromiyaa Gama Liiban ka Nageellee Booranaatiin Fuloo Hammeessaatiif haga Malkaa Mogoriitiif Malkaa Sooddaati jechuun kan Utubaa Daangaa Oromiyaa Gama Booranaa moggaa Ila Boruutiin caphuu dhowwuuf, jiruuf jireenna isaa guutuu dhiiga dhangalaasee lafee itti cabsee Ilma Gudeeda isaatuu itti gabbare Gootichii Qaampharree Godaanaa Waariyoo ittuma dabaluun Oromiyaa Gama Ila-Boruutiin Bara Dargii Daangaan Oromiyaa Gama Liiban haga Adaa Siirooti jechuun Muummeen lafa Oromiyaa gama Bahaatiin eessa fa'a akka taate.... Dhaloota qaabsisuun, akka ammoo Bara Bulchiinsa Wayyaanee ka TPLF Nyaaphii Lafaaf Namallee akka Wayaa walti dachaasuun Lafa Oromoof Oromiyaa xaasaa keessa dhaabee saffaree gurguruun qircaa ciratellee jabeessee dhaloota dhaalchisa... "Oromoof Oromiyaa Lafaaf Namallee hangafii Boorana, Boorana ammoo hangafii Lafaaf Namaalleen Liiban. Gooroo Gadoomaa keessatti Gogeessii Booranaa Shananuu Liibanitti olgalee Jilatu malee aadaan Gooroo Gadoomaa hin guutamtu. Kanaafuu, Mootummaan Dhiigaaf Lafee Oromoof Oromiyaatiin Nyaapha Nyaanyoo ka Sabaaf Sablammoota Xoophiyaa guutuu Mooyyee takkaatti guuree tumate guyyaa adiin aangoo irraa ari'ee dhaale, waan Nyaaphii Wayyaanee sun Oromoof Oromiyaa akkasuma Sabaaf Sablammoota Xoophiyaa irraa yakke midhaassuu qaba... Waan Wayyaaneen yakkite keessaa isiin duraa Lafa Oromiyaa Gama Booranaa ta Ila Boruu jechuun (Liiban Nageellee Booranaati),... Akkanaafuu Mootummaan Oromoo ka amma Xoophiyaa bulchaa jiru gurraaf qalbiin nu caqasee gaaffii Uummata Oromoo oolchee adoo hin bulchine Nuuf deebisuu qaba. Gootni Guddaan Bara ijoollummaa isaatti qaraa fiixee gaafa Gadaa Jaldeessa Liiban Guyyoo Boruu jechuun Bara Xaaliyaan Xoophiyaa weerartetti aansee Nyaapha Biyya Xoophiyaa jechuun Oromoof Oromiyaa hardhaa gama Booranaatti loluu dhufu gootummaan dura dhaabbatee Galaana Daawwaatiif Galaana Gannaalee gamatti,.... Fiiltuu asi Nyaapha faana deemee fiilcha baasaa kan bahe ittuma dabree Liiban qofa adoo hin taane gama Dirreelleetti Golboo asi Nyaapha sigissee ka sigissisiise,.... Dabalataan eegii Dargiin kuftee Wayyaaneen dhuftee Biyya balleessuu jalqabde addatti waggoota 27 oli kan Wayyaaneen Boorana Liiban lafarraa balleessuuf murattee kaate keessatti nuffee dadhabe adoo hin jedhini...... Dhimma Biyyaa gula gutee gula ganamuun kophee itti seemsatee oolee bulee faana ka'uun Laftii gaafa Bara Bulchiinsa isaa Daangaan Oromiyaa Gama Boorana Liiban jala jirtu ta amma harka Warra Lafa Oromoo falmuu jala jirtu Malkaa Gubaatiif Malkaa Mogor jidduu Malkaalee 33 akka taate dhalootaaf kan dhaamu ka ammallee ittuma dabaluun Lafa Ila Boruu ta akka; Waleensoo Lamaan, Aadee, Suuftoof Lafa Dooloon Duubaa hedduu ufillee gaafatee dhalootallee gaafachiisuun akka ammoo akka Maqaan Nageellee Booranaa ka Wayyaaneen dabe Mootummaa ammaatiin qajeeletti Laftii olitti Maqaa tuttuqne ta amma harka Nyaaphaa jirtulleen cuftinuu akka harka Nyaaphaatii baatee akkuma duriitti deebituuf Ka Gumii Gaayoo ta Gadaa Khuraa Jaarsoo Khuraa irratti Gaaffilee Qalbii Uummata Oromoo Booranaa keessa jirtu tokkollee adoo hin hambisini Waggaa Shaniin duratti Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaaf gaaffii jajjabduu Imimmaaniin kan dhiyeesse Gootichii Qaampharree Godaanaa Waariyoo,...

About